Browsing Category
Idil Addunyaa
Walwaraansa Sudaaniif furmaata Afrikaa barbaaduuf hojjechaan jira – IGAD
Finfinnee, Adoolessa 14, 2018 (FMC) – Walwaraansa Sudaaniif furmaata Afrikaa barbaaduuf hojjechaan jira jedhe Dhaabbanni Misoomaa Mootummoota Baha Afrikaa.
Rakkoo biyyattii waaraan furuuf…
Ameerikaan Iraan irratti haleellaa cimaa raawwatte- Doonaald Tiraamp
Finfinnee, Adoolessa 13, 2018(FMC)- Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp Ameerikaan kaleessa galgala Iraan irratti haleellaa cimaa raawwachuu dubbatan.
Tarkaanfiin Iraan irratti…
Ameerikaan halkan 6ffaaf Iraan irratti haleellaa olaanaa raawwatte
Finfinnee, Adoolessa 10, 2018 (FMC) – Walitti bu’iinsi Ameerikaa fi Iraan irra deebiin eegalame hammaatee itti fufeera.
Kanaanis Ameerikaan halkan 6ffaaf Iraanirratti haleellaa cimaa…
Gaaffiin Afrikaan Mana Maree Nageenyaatti teessoo argachuuf kaastu haqa qabeessa –…
Finfinnee, Adoolessa 7, 2018 (FMC)- Gaaffiin Afrikaan Mana Maree Nageenyaa Mootummoota Gamtoomanitti teessoo argachuuf kaastu haqa qabeessa jedhan Pireezidaantiin Azarbaajaan Ilihaam…
Ameerikaan halkan tokkotti bakkeewwan Iraan hedduu haleelte
Finfinnee, Adoolessa 6, 2018 (FMC) – Iraan ulaa Hormuz keessatti dooniiwwan daldalaa darbaa turan haleelteetti jechuun, Ameerikaan halkan tokkotti qiyyaafannoowwan waraana Iraan hedduu…
Ameerikaan Iraan irratti haleellaa marsaa sadaffaa raawwatte
Finfinnee, Adoolessa 5, 2018(FMC)-Ameerikaan halkan edaa Iraan irratti haleellaa marsaa sadaffaa wayita raawwattu Iraan tarkaanfii deebii kennuu buufataalee Waraanaa Ameerikaa naannawichatti…
Mojtaabaa Kaamenii gumaa abbaa isaanii baasuuf dhaadatan
Finfinnee, Adoolessa 4, 2018 (FMC) - Hogganaan Ololaa haaraan Iraan, Ayyaatolaah Mojtaabaa Kaameniiy, gumaa abbaa isaanii Alii Kaameniiy baasuun fedhii uummata Iraan hundaati jechuun,…
Chaayinaatti balaa ibiddaa warshaa Kophee irratti mudateen lubbuun namoota 28 darbe
Finfinnee, Adoolessa 3, 2018(FMC)- Kibba Bahaa Chaayinaa magaalaa Jiinjiyaangitti balaa ibiddaa warshaa Kophee irratti mudateen lubbuun namoota 28 darbe.
Balichi gamoo Huuyitiing…
Ameerikaan Iraan irratti haleellaa raawwatte
Finfinnee, Adoolessa 2, 2018 (FMC) - Pireezidant Doonaald Traamp waliigalteen dhukaasa dhaabuu xumurameera jechuun erga labsanii booda, Ameerikaan Iraan irratti haleellaa raawwatteetti.…
Waliigalteen dhukaasa dhaabuu yeroo Ameerikaa fi Iraan dhumateera – Pireezidaanti Tiraampi
Finfinnee, Adoolessa 1, 2018 (FMC) – Waliigalteen dhukaasa dhaabuu yeroo Ameerikaa fi Iraan Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaaldi Tiraampi.
Pireezidaanti Tiraampi yaa'ii NATO Turkiitti…