Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Har’a Koolleejjii Poolisii Magaalaa Finfinneetti qondaaltota Poolisii marsaa 2ffaan leenji’aa turan…
Finfinnee, Hagayya 9, 2018 (FMC)- Har’a Koolleejjii Poolisii Magaalaa Finfinneetti qondaaltota Poolisii marsaa 2ffaan leenji’aa turan 864 eebbisiisneerra jedhan Kantiibaan magaalaa Finfinnee…
Finfinnee magaalaa Tuurizimii Konfiransii Idil-addunyaaf mijattuufi filatamtuu taate
Finfinnee, Hagayya 9, 2018 (FMC)- Bu'uuraaleen misoomaa ammayyaa fi miidhaginni uumamaa walitti dabalamuun Finfinnee giddugala tuurizimii konfiransii idil-addunyaaf mijattuu godhaniiru.…
Waliingahiinsa anniisaa soolaarii cimsuuf hojjetamaa jira- Ministeericha
Finfinnee, Hagayya 9, 2018 (FMC)- Fayyadamummaa anniisaa soolaarii guddisuuf hojiin eegalame cimee itti fufa jedhe Ministeerri Bishaanii fi Inarjii.
Pirojektoonni anniisaa soolaarii…
Mariin biyyaalessaa garaagarummaa furuun nageenya waaraa mirkaneessuuf dandeessisa –…
Finfinnee, Hagayya 9, 2018 (FMC)- Mariin biyyaalessaa wal-dhabdeewwan baroota dheeraaf turan furuun nageenya waaraa mirkaneessuu keessatti shoora olaanaa qaba jedhan jiraattonni Magaalaa…
Yaa’ichi waliigaltee biyyaalessaa kan cimsudha – Hirmaattota
Finfinnee, Hagayya 9, 2018 (FMC) - Yaa'iin marii biyyaalessaa geggeeffamaa jiru seenaa Itiyoophiyaa keessatti boqonnaa haaraa kan baneefi waliigaltee biyyaalessaa kan cimsu waltajjii…
Itiyoophiyaa fi Ameerikaan tumsa diinagdee isaanii caalaatti cimsuuf mari’atan
Finfinnee, Hagayya 9, 2018 (FMC) – Ameerikaatti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Binnaalfi Andu’aalam Ameerikaatti Gargaaraa Ministira Dhimma Alaa Dhimmoota Afrikaa Firaank Gaarsiyaa waliin…
Uummanni hundi odeeffannoo sobaa irraa of haa eegu – Komishinii Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa
Finfinnee, Hagayya 8, 2018 (FMC) – Komishiniin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa, lammiileen Itiyoophiyaa hundi odeeffannoo Komishinichaa fi miidiyaaleen bakka mariin biyyaalessaa itti…
Baandaan garaa isaaf yoo du’u; nuti garuu birmadummaa biyyaaf, kabajaafi tokkummaa Uummataaf…
Finfinnee, Hagayya 8, 2018 (FMC) – Ajajni Duulawwan Addaa dandeettii waraanaa addaa fayyadamuun saffisaan deebii kennuu fi sodaawwan dursee ittisuudhaan humna waraanaa tarsiimoo olaanaa…
Yaa’ii rakkoolee nageenyaa fi tasgabbii naannawaa Baha Afrikaa hiikuu irratti xiyyeeffate
Finfinnee, Hagayya 8, 2018 (FMC) – Yaa’iin 36ffaan qaamolee Humna Poolisii Hatattamaa Baha Afrikaa (EASF) magaalaa guddoo Ugaandaa, Kaampaalaatti gaggeeffamaa jira.
Yaa’icharratti…
Gareen diyaaspooraa dhaloota lammaffaa kaanaadaarraa gara Itiyoophiyaatti imala eegale
Finfinnee, Hagayya 8, 2018 (FMC) – Gareen Lammiiwwan Itiyoophiyaa dhaloota lammaffaa fi maatii isaanii hammate daawwannaaf har’a Kaanaadaa irraa gara Itiyoophiyaatti imala eegaleera.…