Ispoortii Cheelsiin dirree isaarratti Maanchister Yunaayitidiin injifatame Wabi Fufa Feb 18, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) –Cheelsiin dirree isaarratti Maanchister Yunaayitidiin injifatame. Priimiyar liigii Ingiliziin dirree isaatiin alatti Cheelsii kan qunname…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Naannoo Amaaraa yaa’ii ariifachiisaa isaa gaggeessuu eegale Obse Wakgari Feb 18, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) – Manni Maree Naannoo Amaaraa yaa’ii ariifachiisaa isaa gaggeessuu eegale. Manni marichaa har'a Gurraandhala 10,2012 yaa’ii ariifachiisaa isaa…
Oduu biyya keessaa Nageenyaa fi olaantummaa seeraa mirkaneessuuf hunduu ga’eesaa ba’achuu qaba-aadde Loomii… Obse Wakgari Feb 18, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) –Caffeen Oromiyaa yaa'ii idilee 11ffaa bara hojii 5ffaasaa gaggeessaa jira. Yaa'ichaan raawwii qaamolee rawwachiistuu itti aanaan preezdaantii…
Oduu biyya keessaa Ministirri Dhimma Alaa Ameerikaa Maayik Poompiyoon daawwannaa hojiif Finfinnee galan Wabi Fufa Feb 18, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) – Ministirri Dhimma Alaa Ameerikaa Maayik Poompiyoon daawwannaa hojiif Finfinnee galan. Ministirri Dhimma Alaa Ameerikaa Maayik Poompiyoon…
Oduu biyya keessaa Misooma investimantii naannoo Oromiyaa babal’isuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jira Obse Wakgari Feb 17, 2020 0 Finfinnee Gurraandhala 9, 2012 (FBC) – Misooma investimantii naannoo Oromiyaa babal’isuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jiraachuu Komishiniin Investimantii Oromiyaa beeksiseera. Misooma…
Oduu biyya keessaa Caffeen Oromiyaa yaa’ii idileesaa 11ffaa bara hojii 5ffaa Guraandhala 10 fi 11 taa’un… Wabi Fufa Feb 17, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 9, 2012 (FBC) - Caffeen Oromiyaa yaa'ii idileesaa 11ffaa bara hojii 5ffaa Guraandhala 10 fi 11 taa'un dhimmoota garagaraatti ni mari’ata. Dhimmi olaantummaa…
Oduu biyya keessaa Manni maree ministeeroota walga’ii idileesa 79ffaan dhimmoota garagaraatti mari’achuun murtii… Wabi Fufa Feb 17, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 9, 2012 (FBC) - Manni maree ministeeroota walga’ii idileesa 79ffaan dhimmoota garagaraatti mari’achuun murtii dabarseera 1. Manni marichi jalqabarratti wixinee…
Oduu biyya keessaa Maallaqni biyyoota garagaraa kara seeraan ala osoo dabarfamaa jiru to’atame Obse Wakgari Feb 17, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 9, 2012 (FBC) - Maallaqni biyyoota garagaraa kara seeraan ala osoo dabarfama jiru to’atameera. Doolaarri Ameerikaa kuma 17 fi 965, Paawundiin kuma 2 fi 520 fi…
Oduu biyya keessaa Tarkaanfin sirreeffama dhaabbanni abba gaari ummataa dhiyaasu hojiirra oola hin jiru jedhame Wabi Fufa Feb 17, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 9, 2012 (FBC) - Dhaabbanni abba gaari ummataa Tarkaanfin sirreeffama si'a dhiyeessu bulchiinsa mootummaa gidduugalaa fi naannoo gadiitti argamaniin deebii ga’aa…
Oduu biyya keessaa Aanaa Iluu Galaanitti Kontobaandiin Zayita Nyaataa abbaa litira 20 baay’inni isaa 520 to’atame Wabi Fufa Feb 17, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 9, 2012 (FBC)- Godina Shawaa Lixaa Aanaa Iluu Galaanitti Kontobaandiin Zayita Nyaataa abbaa litira 20 baay’inni isaa 520 qaama nageenya Aanichaan to’annoo jala…