Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy Ahimad Emmireetota Arabaa Gamtooman jiru Obse Wakgari Feb 13, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 5, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad daawwii hojiitif Emmireetota Arabaa Gamtooman galan. Dooktar Abiy Buufata Xiyyaaraa Idil…
Biiznasii Gabaan Oomisha Ityoophiyaa Amajjii keessa oomisha Birrii biiliyoona 4.64 walbichisiise Wabi Fufa Feb 13, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 5, 2012 (FBC) - Gabaan Oomisha Ityoophiyaa baatii Amajjii keessa oomisha Birrii biiliyoona 4.64 walbichisiise. Oomishti Birrii biiliyoona 4.64 walbichisiifame…
Waajabila Faanaa Ga’eettiin umrii waggaa 35 bishaan malee waggaa 1 ol jirattee Obse Wakgari Feb 13, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 5, 2012 (FBC) - Ga’eettiin umrii waggaa 35 bishaan osoo hin dhugiin waggaa 1 ol jiraatte fayya qabeettii ta’uun ishee himameera. Ga’eettiin umurii waggaa 35…
Waajabila Faanaa Atleetii sodaa Vaayrasii koroonaaf shaakkala mana keessaatti taasise Obse Wakgari Feb 13, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 5, 2012 (FBC) –Chaayinaa bulchiinsa Wuuhaanii kan ka’e vaayrasiin koroonaa sodaa idil addunyaa erga ta’e oolee buleera. Tamsa’ina vaayrasichaan walqabatee…
Oduu biyya keessaa Rakkoo nageenyaa muul’atu sirreessuu fi furuun ga’ee hunda keenyaat – Paatriyaarkii Abuna Maatiyaas Obse Wakgari Feb 13, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 5, 2012 (FBC) - Rakkoo nageenyaa yeroo ammaa biyyattii keessatti muul’atu sirreessuu fi furuun ga’ee hunda keenyati jedhan Paatriyaarkiin Ortodooksii Ityoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa labsii haasaa jibbiinsaa, odeeffannoo sobaa ittisuu fi to’achuuf ba’ee fi… Obse Wakgari Feb 13, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 5, 2012 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI walga’ii ariifachiisaa isaatin labsii haasaa jibbiinsaa, odeeffannoo sobaa ittisuu fi to'achuuf…
Oduu biyya keessaa Jimmaatti hiriirri deeggarsaa fi sosochii hawaasaa taasifame Obse Wakgari Feb 13, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 5, 2012 (FBC) - Jimmaatti hiriirri deeggarsaa fi sosochii hawaasaa taasifame. Jiraattonni magaalaa Jimmaa fi naannawashee hiriira deeggarsaa muummee…
Ispoortii Atleet Saamu’eel Tafarraa maayla tokkoon sa’aatii saffisaa addunyaa 2ffaa bara Faranjoota 2020… Wabi Fufa Feb 13, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 5, 2012 (FBC) - Atleet Saamu’eel Tafarraa maayla tokkoon sa’aatii saffisaa addunyaa 2ffaa bara Faranjoota 2020 galmeessise. Atleetiin lammii Ityoophiyaa Saamu’eel…
Balballoommii fi yaada Ityoophiyaan agarsiisaa fi koonfaransii tuuriizimii Israa’eel Teel’aaviivitti… Obse Wakgari Feb 13, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 5, 2012 (FBC) – Ityoophiyaan agarsiisaa fi koonfaransii tuuriizimii Israa'eel Teel'aaviivitti gaggeeffamerratti hirmaatte. Agarsiisaa fi koonfaransiin…
Oduu biyya keessaa Hubannoo uumuu fi kenniinsa ragaa filannoorratti mariin gaggeeffamaa jira Obse Wakgari Feb 13, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 5, 2012 (FBC) - Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaa haala walga’iinsa barnoota filannoo fi kenniinsa ragaa ilaalchisee ogeeyyii miidiyaalee waliin marii…