Ispoortii Leenjisaan Wubat Abaataa taphattoota 40f waamicha taasisan Wabi Fufa Sep 30, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2013 (FBC) – Leenjisaan Wubat Abaataa taphattoota 40f waamicha taasisan. Haaraa kan muudaman leenjisaan garee Biyyaalessaa dhiroota Ityoophiyaa leenjisaa…
Oduu biyya keessaa Godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinneetti konfaraansiin Dubartootaa gaggeeffame Wabi Fufa Sep 30, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2013 (FBC) – Godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinneetti konfaraansiin Dubartootaa gaggeeffame. Konfaransii kana irrattis bakka bultootni dubartootaa…
Oduu biyya keessaa Hirmaannaa ummataatin demokraasii lafa qabsiisuu fi nageenya ummataa mirkaneessuuf nan hojjedha… Wabi Fufa Sep 30, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2013 (FBC)- Hirmaannaa ummataatin demokraasii lafa qabsiisuu fi nageenya ummataa mirkaneessuuf nan hojjedha jedhe Caffeen Oromiyaa. Caffeen Oromiyaa raawwii…
Oduu biyya keessaa Jarman Ityoophiyaaf deeggarsa baajataa Birrii biiliyoona 4.3 laatte Wabi Fufa Sep 30, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2013 (FBC) – Jarman Ityoophiyaaf deeggarsa baajataa Birrii biiliyoona 4.3 laatte. Ityoophiyaa fi mootummaan jarmaan waliigaltee deeggarsa baajataa Birrii…
Idil Addunyaa Seeraa Liyoon bulchaa duraanii biyyattii akka biyyaa hin baane dhorkite Wabi Fufa Sep 30, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2013 (FBC) – Seeraa Liyoon bulchaa duraanii biyyattii akka biyyaa hin baane dhorkite. Preezdaantiin Seeraa Liyoon duraanii Ernest Bai Koroma fi qondaaltonni kaan…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Amboo guddina aartii, muuziqaa fi aadaa Oromoorratti hojjechaa jiraachuu beeksise Wabi Fufa Sep 30, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiin Amboo guddina aartii, muuziqaa fi aadaa Oromoorratti hojjechaa jiraachuu beeksise. Yuunvarsiitichi damichaan hojii hojjetu cimsuuf…
Oduu biyya keessaa Miseensonni poolisii hojii olaantummaa seeraa kabachiisuun cinaatti hojiiwwan misoomaarratti… Wabi Fufa Sep 30, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2013 (FBC)- Miseensonni poolisii hojii olaantummaa seeraa kabachiisuun cinaatti hojiiwwan misoomaarratti hirmaachaa jiraachuu Koomiishiniin Bulchiinsa Manneen…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi kutaa magaalaa Yakkaa ayyaana Irreechaa sababeeffachuun lammiilee aanaa 14f deeggarsa… Wabi Fufa Sep 30, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2013 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti bulchiinsi kutaa magaalaa Yakkaa ayyaana Irreechaa sababeeffachuun lammiilee aanaa 14f deeggarsa laate. Kutaan magaalichaa…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach qeerroo fi qarree Oromoo waliin haala kabaja ayyaana Irreecha irratti mari’atan Wabi Fufa Sep 30, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2013 (FBC) – Aadde Adaanach qeerroo fi qarree Oromoo waliin haala kabaja ayyaana Irreecha irratti mari'atan. Itti Aantuun Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee…
Oduu biyya keessaa MM Dr. Abiy boqachuu Amiira Kuwet; Sheek Sabaah Al Ahimad Al Jabbaar Al Sabaahin gadda itti… Wabi Fufa Sep 30, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2013 (FBC)- Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad boqachuu Amiira Kuwet; Sheek Sabaah Al Ahimad Al Jabbaar Al Sabaahin gadda itti dhaga’ame ibsan. Dooktar…