Duulli aramaa Inboccii dhabamsiisuu madda aanniisaa Haroo Dambalii fi Qooqaa eegale
Finfinnee, Muddee 8, 2013 (FBC)- Duulli aramaa Inboccii dhabamsiisuu madda aaniisaa Haroo Dambalii fi Qooqaa guyyoota 30f turu har’a eegaluu ibsameera.
Duulli kun har’a ganama naannoo…