Oduu biyya keessaa Oromiyaatti sirni Gadaa gosaa barnootan laatamuu eegale Obse Wakgari Dec 8, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti Barnoonni sirna Gadaa akka gosa barnoota tokkootti laatamuu eegaleera. Naannichatti barnoonni sirna Gadaa akka barnoota gosa…
Oduu biyya keessaa Hojiin mootummaa inni jalqabaa bu’uraalee misoomaa suphuu fi lammiilee miidhaman deebisee dhaabudha-… Obse Wakgari Dec 8, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2013 (FBC)- Naannoo Tigraayitti hojiin mootummaa inni jalqabaa bu’uraalee misoomaa suphuu fi lammiilee miidhaman deebisee dhaabuu ta’u Dubbii himaan…
Oduu biyya keessaa Aanaa cirootti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 8 darbe Obse Wakgari Dec 8, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2013 (FBC)- Godina Harargee Lixaa aanaa Cirootti balaa tiraafiikaa qaqqabeen lubbuun Namoota 8 darbeera. Godina Harargee Lixaa aanaa Ciroo Araddaa Yaabdoo Bobbaasaa…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti manneen waliin jireenyaa kumni 26 ol ijaarramuufi Obse Wakgari Dec 8, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2013 (FBC)-Eejansiin Ijaarsaa fi Dizaaynii bulchiinsa magaalaa Finfinnee bara baajata 2013tti manneen waliin jireenyaa kuma 26 ol ijaaruuf qophii ta’uu beeksise.…
Oduu biyya keessaa Komishiniin Pilaanii fi Misoomaa magaalaa finfinnee caasaa pilaanii hojiirra oolchuuf dhaabbilee… Wabi Fufa Dec 8, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2013 (FBC) - Komishiniin Pilaanii fi Misoomaa magaalaa finfinnee caasaa pilaanii hojiirra oolchuuf dhaabbilee pilaanii raawwachiisan 8 waliin waliigaltee…
Oduu biyya keessaa Waggoota lamaan darbanitti hojiiwwan jijjiiramaa raawwate keessa qabiinsi mirga namoomaa… Obse Wakgari Dec 8, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2013 (FBC)- Komishiniin manneen amala sirreessaa federaalaa waggoota lamaan darbanitti hojiiwwan jijjiiramaa raawwate keessa qabiinsa mirga namoomaa sirreeffamtoota…
Oduu biyya keessaa Waliigalteen sirna Gumuruukaa fooyyessuuf gargaaru mallattaa’e Wabi Fufa Dec 8, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2013 (FBC) -Waliigalteen sirna Gumuruukaa fooyyessuuf gargaaru mallattaa’e. Qajeelfama komishinii Gumuruukaa si’ataa, ifaa fi waliinga’insa akka qabaatuf…
Oduu biyya keessaa Adaamaatti manneen barumsaa Ifa Boruu 3 ijaaruuf dhagaan bu’uura ka’ame Obse Wakgari Dec 8, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2013 (FBC)-Bulchiinsa magaalaa Adaamaatti manneen barumsaa Ifa Boruu 3 ijaaruuf dhagan bu’uura ka’ameera. Dhaga bu’uuricha sadarkaa itti aanaa preezdantiitti…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Barnootaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 10 taasise Obse Wakgari Dec 8, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2013 (FBC)- Ministeerri Barnootaa raayyaa ittisa biyyaa duula olaantummaa seeraa kabachiisuuf bobba’aaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 10 taasisu beeksise. Saganta…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Dirribaa Kumaa Ministirri Deettaa Dhimma Alaa Fiinlaand waliin mari’atan Wabi Fufa Dec 8, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2013 (FBC) - Ambaasaaddarri guutuu Swiidinii fi biyyoota Noordiik Dirribaa kumaa Ministirri Deettaa Dhimma Alaa Fiinlaand Kaay Suweer waliin mari’ataniiru.…