Oduu biyya keessaa Fooramii Kantiibotaa Ityoophiyaa hundaa’e Wabi Fufa Oct 31, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2013 (FBC) – Fooramii Kantiibotaa Ityoophiyaa hundaa'e. Dhimmoota magaalotaa kan ittiin wal mari'atan, walitti hidhamiinsa kan itti uuman, rakkooleef kan…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa itti gaafatamummaa heerri mootummaa lateen bifa adda ta’een ba’achuuf riifoormi… Wabi Fufa Oct 31, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2013 (FBC) – Manni marichaa itti gaafatamummaa heerri mootummaa lateen bifa adda ta’een ba’achuuf riifoormi waliigalaa taasisuuf adeemsarra jiraachuu ibse…
Oduu biyya keessaa Ministeera Nageenyaan kan qophaa’e waltajjin marii fi hirmaannaa hawaasaa gaggeeffama jira Wabi Fufa Oct 31, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2013 (FBC) – Ministeera Nageenyaan kan qophaa’e waltajjin marii fi hirmaannaa hawaasaa gaggeeffama jira. Waltajjicha irratti haasaa kan taasisaan, Ministiri…
Oduu biyya keessaa Boordiin Filannoo biyyaaleessaa filannoo marsaa 6ffaa biyaalessaa irratti paartilee morkattoota… Wabi Fufa Oct 31, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo biyyaaleessaa filannoo marsaa 6ffaa biyaalessaa irratti paartilee morkattoota waliin marii’achaa jira. Boordiin Filannoo…
Oduu biyya keessaa Faanaan waggaa 25ffaa sababeeffachuun yeroo tamsaasaa Afaan oromoo irratti kan xiyyeeffate waltajjii… Wabi Fufa Oct 31, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2013 (FBC) –Faanaa Biroodkaastiingi koorporeet waggoota 25 darbaniif yeroo tamsaasa sagantaa Afaan Oromoo irratti kan xiyyeeffate waltajjii marii gaggeessaa jira.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 488 vaayrasii koroonaatin qabamuun ibsame Wabi Fufa Oct 31, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2013 (FBC) – Qorannoo Laboraatorii sa’aa 24 darbeettin Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 488 vaayrasii koroonaatin qabamuun ibsame. Qorannaan…
Oduu biyya keessaa Fooramiin kantiibootaa projaktoota magaalaa Finfinneetti argamu daawwachaa jiru Wabi Fufa Oct 31, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2013 (FBC) –Fooramiin kantiibootaa projaktoota magaalaa Finfinneetti argamu daawwachaa jiru. Itti Aantuun kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adaanach…
Idil Addunyaa Joon Maagufuli yeroo lammataaf filannoo waliigalaa biyya isaanitti taasifame irra injifatan Wabi Fufa Oct 31, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Taanzaaniyaa Joon Maagufuli yeroo lammataaf filannoo waliigalaa biyya isaanitti taasifame injifatan. Filannoo kana paartiin mormituu…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Hiruut Bayyanaa Gamtaa Awurooppaatti Ergamaa Addaa Jarmanii fi Faransaay waliin… Wabi Fufa Oct 31, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2013 (FBC) –Ambaasaaddar Hiruut Bayyanaa Gamtaa Awurooppaatti Ergamaa Addaa Jarmanii fi Faransaay waliin marii’atan. Beeljiyaam Biraasalstti Ambaasaaddarri…
Oduu biyya keessaa Ibsa Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI irraa kenname Wabi Fufa Oct 31, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2013 (FBC) – Raayyaan Ittisa Biyyaa FDRI heera mootummaa Riippabiliikaa Demokiraatawaa Federaalawaa Ityoophiyaa keeyyata 87 kan daangeeffame labsii Raayyaa Ittisa…