Oduu biyya keessaa Artiist Lammaa Guyyaa boqatan Obse Wakgari Oct 26, 2020 0 Finfinnee, Onkoleessa 16, 2013 (FBC)- Dooktarri Kabajaa Looreet Artiist Lammaa Guyyaa umrii waggaa 92tti har’a addunyaa kanarraa du’aan boqataniiru. Sirni awwaalchasaanii Kamisa dhufu…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti baankoonni 18 mata duree ‘kophee tokko barataa tokkoof’ jedhuun deeggarsa… Obse Wakgari Oct 26, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 16, 2013 (FBC) –Ityoophiyaatti qindeessummaa waldaa baankootaan mata duree 'kophee tokko barataa tokkoof' jedhuun deeggarsa Birrii miiliyoona 35.3 taasisaniiru.…
Oduu biyya keessaa Itti Aanaan Muummee Ministiraa hojii daandii Giimbaa Taanbaa eegalchiisan Wabi Fufa Oct 26, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2013 (FBC) - Itti Aanaan Muummee Ministiraa Dammaqaa Mokonniin baasii Birrii biiliyoona 2 oliin kan ijaaramu hojii daandii aspaaltii Giimbaa Taanbaa…
Oduu biyya keessaa Biiroon Qonnaafi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa misooma bunaa fi mi’eessituurraattii ogeeyyii… Wabi Fufa Oct 26, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2013 (FBC) - Biiroon Qonnaafi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa misooma bunaa fi mi'eessituurraattii ogeeyyii qonnaa leenjii ogumma cimsuu kennaa jira. Biirichi…
Oduu biyya keessaa Federeeshinii dubartootaa naannoo Oromiyaa yaa’iin idilee isaa 3ffaa gaggeessa jira Obse Wakgari Oct 26, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 16, 2013 (FBC) – Federeeshinii dubartootaa naannoo Oromiyaa yaa'iin idilee isaa 3ffaa gaggeessa jira. Yaa’ichi magaalaa Adaamaa galma Abbaa Gadaatti gaggeefama…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts Hidha Haaromsaarratti waliigaltee sadeenii gaggeessan guyyaa boruu… Wabi Fufa Oct 26, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2013 (FBC) - Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts Hidha Haaromsaarratti waliigaltee sadeenii gaggeessan guyyaa boruu akka eegalan Preezdaantiin Afrikaa Kibbaa Siiril…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach Abeebee Booleettii hojii dargaggoota waldaan gurma’anii daawwatan Obse Wakgari Oct 26, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 16, 2013 (FBC) – Itti aantuun Kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee kutaa magaalaa Boolee aanaa 9tti hojii dargaggoota waldaan gurma’anii…
Oduu biyya keessaa Ejansichi Kurmaana jalqaba waggaatti kappitaala Birrii biiliyoona 12.5 kan galmeessaan invastaroota… Wabi Fufa Oct 26, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2013 (FBC) - Kurmaana jalqaba waggaatti kappitaala Birrii biiliyoona 12.5 kan galmeessaan invastaroota diyaaspooraa 336f tajaajila deeggarsa kennuu Ejansiin…
Oduu biyya keessaa Imala jijjiirramaa Ityoophiyaan eegaltee gara sadarkaa olaanaatti ceesisuun ga’ee hundati-Ministeera… Obse Wakgari Oct 26, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 16, 2013 (FBC) – Ministir deettaan Ministeera Nageenyaa obbo Alamaayyoo Ijjiguu imala jijjiirrama Ityoophiyaan eegaltee gara sadarkaa olaanaatti ceesisuun ga’ee…
Oduu biyya keessaa Hawaasaatti iddoo gabaa Aroogee jedhamee waamamuutti balaa ibiddaa qaqqabeen shaqaxoota sheedii 1… Obse Wakgari Oct 26, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 16, 2013 (FBC) –Magaalaa Hawaasaatti bakka gabaa Aroogee jedhamee waamamuutti balaa ibiddaa qaqqabeen shaqaxoota sheedii 1 keessaa jiraan barbadeessuu ibsameera.…