Oduu biyya keessaa Siidaan Artiist Haacaaluu Hundeessaa eebbifame Wabi Fufa Oct 25, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2013 (FBC) - Siidaan Artiist Haacaaluu Hundeessaa eebbifame. Yuunivarsiitiin Amboo Kampaasii Artiist Haacaaluu Hundeessatti kan ijaarsise siidaa Artiist…
Oduu biyya keessaa Jilli Muummee Ministiraa Dooktar Abiy Ahimadiin durfamu Godina Walloo Kibbaa aanaa Warra Baabboo… Wabi Fufa Oct 25, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2013 (FBC) - Jilli Muummee Ministiraa Dooktar Abiy Ahimadiin durfamu Godina Walloo Kibbaa aanaa Warra Baabboo midhaan hoomaa Awwaanisaan miidhame daawwate.…
Idil Addunyaa Gamtaan Awrooppaa marii sadeenii akka deeggaru ibse Obse Wakgari Oct 24, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 14, 2013 (FBC)- Gamtaan Awrooppaa mariin sadeen jaarsumma Gamtaa Afrikaan taasisa jiraniif deeggarsa akka taasisu ibseera. Bakka bu’aa olaanaa Komishinii…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti namoonni dabalata 106 vaayrasii koroonaatin qabaman Obse Wakgari Oct 24, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 14, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 106 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame. Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin…
Oduu biyya keessaa Mootummaan yaada Tiraamp Hidha Haaromsaa Guddicharratti laataniif ibsa gaafate Obse Wakgari Oct 24, 2020 0 Finfinnee, Onkoleessa 14, 2013 (FBC)- Ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Maaykil Raaynar waajjira isaaniitti waamuun…
Oduu biyya keessaa Preezdaantoonni mootummoota naannoolee, Beenishaangul Gumuuz, Saboota Sablamoota fi Ummattoota… Obse Wakgari Oct 24, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 14, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Mootummoota naannoo, Beenishaangul Gumuuz Ashaadilii Hasanii fi Preezdaantiin naannoo Saboota, Sablammootaa fi Ummatoota Kibbaa obbo…
Oduu biyya keessaa Hojjettoota ministeera galiiwwanii fi dhaabbilee itti waamama raawwii gaarii galmeessaniif beekamtii… Obse Wakgari Oct 24, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 14, 2013 (FBC)-Sirni beekamtii fi badhaasicha baajata bara darbeetin hoggantootaa fi hojjettoota gaaliwwanii Birrii biiliyoona dhibba 2 fi biiliyoona 33.7 akka…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Naqamteetti miseensota abbaa torbeerratti tarkaanfin fudhatame Obse Wakgari Oct 24, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 14, 2013 (FBC)- Humni Addaa magaalaa Naqamtee miseensota abbaa torbee 4 irratti tarkaanfiin fudhateera. Itti gaafataman humna addaa magaalichaa Komandaar Girmaa…
Oduu biyya keessaa Faanaa Broodkaasting Koorporeet waggaa 25ffaasaa ilaalchisee marii paanaalii gaggeessaa jira Obse Wakgari Oct 24, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 14, 2013 (FBC)- Faanaa Broodkaasting Koorporeet waggaa 25ffaasaa ilaalchisee marii paanaalii gaggeessaa jira. Faanaa Broodkaasting Koorporeettitti itti aanaa hoji…
Oduu biyya keessaa Wiirtuun humna lola addaa raayyaa ittisa biyyaa leenjitoota leenjisaa ture eebbisiisaa jira Obse Wakgari Oct 24, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 14, 2013 (FBC)- Wiirtuun humna lola addaa raayyaa ittisa biyyaa marsaa 33ffaaf Komaandoon leenjisee fi akkasumas leenjiitoota humna addaa fi farra Shororkaa marsaa…