Oduu biyya keessaa Adaamaatti gamoon jiguun lubbuun namoota 4 darbe Obse Wakgari Oct 20, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2013 (FBC) – Magaalaa Adaamaatti gamoon jiguun lubbuu namoota 4 darbuu poolisiin beeksise. Qajeelcha poolisii bulchiinsamagaalichaatti ogeessii…
Oduu biyya keessaa Lammii Kuraa kutaa magaalaa Finfinnee 11ffaa ta’uun ragga’e Wabi Fufa Oct 20, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 10, 2013 (FBC) -Manni Maree Finfinnee Lammii Kuraa kutaa magaalaa Finfinnee 11ffaa ta’uun ragga’e. Manni maree Bulchiinsa magaalaa Finfinnee olmaa isaa…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen garagaraa deeggarsa maaddii biyyaaf taasisaa jiru Wabi Fufa Oct 20, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 10, 2013 (FBC) - Dhaabbileen garagaraa deeggarsa maaddii biyyaaf taasisaa jiru. Dhaabbileen garagaraa waamicha muummeen ministiraa Dooktar Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Raashiyaa tumsi damee barnootaaf taasifamu cimee akka itti fufu ibsame Wabi Fufa Oct 20, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 10, 2013 (FBC) - Ityoophiyaa fi Raashiyaa tumsi damee barnootaaf taasifamu cimee akka itti fufu ibsame. Ministirri Barnootaa Dooktar Injiinar Geetaahuun…
Fayyaa Ityoophiyaatti namoota COVID-19n qabaman keessaa %14.9 kan ta’aan tursa addaa ni seenu Obse Wakgari Oct 20, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2013 (FBC) –Ityoophiyaatti namoota vaayrasii koroonaatin qabaman keessaa %14.9 kan ta’aan gara tursiisa addaa akka seenan ibsameera. Ityoophiyaatti haala…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti kurmaana jalqaba waggaatti galiin Birrii biiliyoona 9.9 ol walitti… Wabi Fufa Oct 20, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 10, 2013 (FBC) - Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti kurmaana jalqaba waggaatti galiin Birrii biiliyoona 9.9 ol walitti qabame. Bulchiinsa magaalaa…
Idil Addunyaa Tiraamp Sudaaniin tarree biyyoota shororkeessitoota deeggaran keessaa haquufi Obse Wakgari Oct 20, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp Sudaaniin tarree biyyoota shororkeessitoota deeggaran keessaa haquufi. Preezdaantichi kun kan ta’u bara…
Oduu biyya keessaa Biyya jaalachuu jechuun waan kanbiraa utuu hin ta’iin badhaadhinasheetiif jabaatanii… Wabi Fufa Oct 20, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 10, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad biyya jaalachuu jechuun waan kanbiraa utuu hin ta'iin badhaadhinasheetiif jabaatanii hojjechudha jedhan.…
Oduu biyya keessaa Manni Maree magaalaa Finfinnee aadde Zarfashiwaal Nigusee Af-yaa’ii godhuun muude Wabi Fufa Oct 20, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 10, 2013 (FBC) – Manni Maree magaalaa Finfinnee yaa’ii 8ffaa bara 1ffaa galma Mana Maree Federeeshiniitti gaggeessa jira. Manni marichaa aadde…
Oduu biyya keessaa Muummeen Ministiraa Somaaliyaa kaabinee haaraa hundeessan Wabi Fufa Oct 20, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2013 (FBC) - Muummeen Ministiraa Somaaliyaa kaabinee haaraa hundeessan. Muummeen Ministiraa Somaaliyaa Mahaammad Huseen Robeelee kaabinee haaraa hundeessan…