Aadde Adaanach qaamoolee ayyaanni Irreechaa hora Finfinnee nagaan akka kabajamuu taasisan…
Finfinnee, Fulbaana 23, 2013 (FBC)- Itti aantuu kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee irreechi Hora Finfinnee haala duudhaa fi sirna isaa eegeen karaa nagatiin kabajamee…