Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 784 vaayrasii koroonaatin qabaman
Finfinnee, Fulbaana 21, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo guyyaa kaleessatiin namoonni dabalataa 784 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsameera.
Gabaasichaan qorannaan laabraatoorii 6,139 kan…