Oduu biyya keessaa Proofeesar Masfin dhalatanii umrii isaanii waggaa 91ffatati boqatan Wabi Fufa Sep 30, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2013 (FBC)- Preezdaant Saahilawarq Zawdee, muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad, itti aanaa muummee ministiraa obbo Dammaqaa Makoonnanii fi…
Oduu biyya keessaa Hawaasni ofeeggannoo barbaachisu taasisuudha ayyaanicha kabajuu akka qabu dhaamame Wabi Fufa Sep 30, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2013 (FBC) – Hawaasni ofeeggannoo barbaachisu taasisuudha ayyaana Irreechaa kabajuu akka qabu Biiroon Eegumsa Fayyaa Oromiyaa dhaame. Hoogganaan Biiroo…
Oduu biyya keessaa Jilli abbootii qabeenyaa Suudaan Baalee gale Obse Wakgari Sep 29, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2013 (FBC)- Gareen jila abbootii qabeenyaa Sudaan godina Baalee galeera. Jilichi wayita Baalee ga’aa hoggantoota olaanoo bulchiinsa godinichaatin simannaa ho’aan…
Oduu biyya keessaa Doolaarri kumni dhibbi 1 ol karaa seeraan alaa biyyaa baafamuuf yaalame to’annaa jala oole Obse Wakgari Sep 29, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2013 (FBC) – Doolaarri Ameerikaa kumni dhibbi 1 fi kumni 32 olii fi baalli sammuu namaa hadoochuu kookeeyin jedhamuu kiilo giraamni 9.2 karaa seeraan alaa biyyaa…
Oduu biyya keessaa Harariitti shakkamtoota 88 ajjeechaa Artiist Hacaaluu waliin walqabatee dhiibbaan akka qaqqabuu… Obse Wakgari Sep 29, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2013 (FBC) – Naannoo Harariitti shakkamtoota 88 ajjeechaa Artiist Hacaaluu Hundeessaa waliin walqabate dhiibbaan akka qaqqabuu taasisan irratti himanni banamuu Abbaan…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti namoota dabalataa 84 irratti vaayrasii koroonaa argame Obse Wakgari Sep 29, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 84 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame. Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin qorannoo…
Fayyaa Gidduuggalli onnee Ityoophiyaa qorannoo duraa onnee bilisaan taasisuufi Obse Wakgari Sep 29, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2013 (FBC) – Gidduuggalli onnee Ityoophiyaa waggaa waggaan Fulbaana 19 kan kabajamuu guyyaa onnee idil addunyaa sababeeffachuun guyyoota 3 kan turuu qorannoo duraa…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Barnoota manneen barnoota dhuunfaa 2 dhorke Obse Wakgari Sep 29, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2013 (FBC) –Manneen barnoota dhuunfaa 2 weerara vaayrasii koroonaarratti hundaa’uun Murtoon manneen barnoota kanneen irratti darbees koreen maatii iyyaannoo…
Oduu biyya keessaa Aayyaanni Irreechaa kallattii kaa’ameen kabajamuu qaba jedhan abbootiin Gadaa Oromoo Obse Wakgari Sep 29, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2013 (FBC) – Aayyaanni Irreechaa kallattii kaa’ameen kabajamuu qaba jedhan abbootiin Gadaa Oromoo. Gumiin Abbootii Gadaa Oromoo kabaja Irreeecha Hora Finfinnee fi…
Oduu biyya keessaa Obbo Ristuun paartiilee siyaasaa naannichaatti argaman waliin mari’ataa jiru Obse Wakgari Sep 29, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2013 (FBC) – Itti aanaa preezdaantiin naannoo Kibbaa obbo Ristuu Yirdaaw, paartiilee siyaasaa naannichatti argaman waliin mari’ataa jiru. Kayyoo marichaas…