Hoggantoonni kutaa magaalaa fi aanaa qabeenya isaanii hin galmeesine adabbiin akka galmeessan…
Finfinnee, Fulbaana 19, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti hoggantoonni kutaa magaalaa fi aanaa qabeenya isaanii hin galmeesine adabbiin maallaqaan akka galmeessan Komishiniin Namuusaa fi…