Oduu biyya keessaa Ayyaanni Daamaraa Masqalaa namoota muraasan kabajama Wabi Fufa Sep 26, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2013 (FBC) – Ayyaanni Daamaraa Masqalaa namoota muraasan kabajama. Ayyaanichi tamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuu ilaalcha keessa galchuudhan…
Oduu biyya keessaa Giiftii duree Zinnaash Taayyaachaw qaama miidhamtoota magaalaa Finfinneetti argamaniif deeggarsa… Wabi Fufa Sep 26, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2013 (FBC) –Giiftii duree Zinnaash Taayyaachaw qaama miidhamtoota magaalaa Finfinneetti argamaniif deeggarsa Wiilcharii taasisaan. Giiftii duree Zinnaash…
Idil Addunyaa Yuukreen keessatti balaa Xiyyaaraa qaqqabeen lubbuun namoota 22 darbe Wabi Fufa Sep 26, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2013 (FBC) –Yuukreen keessatti balaa Xiyyaaraa qaqqabeen lubbuun namoota 22 darbe. Xiyyaarri waraanaa Antoonoovii-26 jedhamu balaan caccabuu kan dhaqqabe Baha…
Idil Addunyaa Afrikaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koronaan qabamani hir’achaa jira jedhame Wabi Fufa Sep 26, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2013 (FBC) – Afrikaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koronaan qabamani hir’achaa jira jedhame. Ogeessoonni Dhaabbata Fayyaa Adduunyaa sababa tatamsa’inni…
Oduu biyya keessaa Obbo Shimallis Abdiisaan baga ayyaana Daamaraa Masqalaatin ittiin isin ga’e jedhan Wabi Fufa Sep 26, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2013 (FBC) – Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan baga ayyaana Daamaraa Masqalaatin ittiin isin ga’e jedhan. Ergaan baga…
Oduu biyya keessaa Daamaraan Masqalaa vaayrasii koroonaarraa of eeggannaan kabajamuu akka qabu Ministeerri Fayyaa… Wabi Fufa Sep 26, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 16, 2013 (FBC) – Daamaraan Masqalaa vaayrasii koroonaarraa of eeggannaan kabajamuu akka qabu Ministeerri Fayyaa beeksise. Ministirri Ministeerichaa Dooktar Liyaa…
Oduu biyya keessaa Gabaasa qorannoo guyyaa har’aatiin namoonni dabalataa 486 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsameera Wabi Fufa Sep 25, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo guyyaa har’aatiin namoonni dabalataa 486 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsameera. Gabaasichaan qorannaan laabraatoorii 7227 kan…
Oduu biyya keessaa Ijaarsa proojaktoota Wancii, Kooyshaa fi Gorgooraaf kan oolu sagantaa galii walitti qabuu ‘maaddii… Wabi Fufa Sep 25, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2013 (FBC) – Ijaarsa proojaktoota Wancii, Kooyshaa fi Gorgooraaf kan oolu sagantaa galii walitti qabuu ‘maaddii biyyaaf’ qopheesummaa naannoo Oromiyaa gaggeeffama…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaatti namoonni miiliyoona 75 dhibee gammoojjiif saaxilamoo ta’uu ibse Wabi Fufa Sep 25, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2013 (FBC) –Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaatti namoonni miiliyoona 75 dhibee gammoojjiif saaxilamoo ta’uu ibse. Ministeerri Fayyaa Ministeeraa Barnootaa fi…
Oduu biyya keessaa Buqqaatoota deebisanii dhaabuuf qindoominaan hojjechuun barbaachisaadha – Dooktar Liyaa Taaddasaa Wabi Fufa Sep 25, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 14,2013 (FBC)- Buqqaatoota deebisanii dhaabuuf qindoominaan hojjechuun barbaachisaadha – Dooktar Liyaa Taaddasaa Lammiilee guutinsa laga bishaan Awaashiin…