Idil Addunyaa Haati murtii mana murtii olaanaa Ameerikaa boqatan Obse Wakgari Sep 19, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2013 (FBC)-Haati murtii mana murtii olaanaa Ameerikaa waliigalaa Ruut Baadar Giinasbarg boqatan. Ruut Baadar Giinasbarg umri waggaa 87tti dhibee kaansarii…
Oduu biyya keessaa Gudinni gulantaa miseensota poolisii godina Booranaa 549f kenname Obse Wakgari Sep 19, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2013 (FBC)-.Koomishiiniin Poolisii Oromiyaa qondaaltootaafi miseensota poolisii godina Booranaa 549f gulantaa guddinaa kenneera. Gulantaan kenname kunis gargaaraa…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaa godinaalee fi bulchiinsa magaalota Oromiyaa gargaraatti dullii qulqulliina… Obse Wakgari Sep 19, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaa godinaalee fi bulchiinsa magaalota adda addatti guyyaan qulqullinaa idil addunyaa sosochii dulaa qulqullinaan kabajameera. Qaamoleen…
Oduu biyya keessaa Guyyaan qulqullinaa idil addunyaa Finfinneetti duula sosochii qulqullinaan kabajama jira Obse Wakgari Sep 19, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2013 (FBC)- Guyyaan qulqullinaa idil addunyaa magaalaa Finfinneetti duula sosochii qulqullinaan kabajama jira. Sagantaan qulqullinaa kun barii sa’aati 12 irraa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 602 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’e Wabi Fufa Sep 18, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24 darbeetiin namoonni dabalataa 602 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’era. Sa’aa 24 kaleessa darbeen…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni olaanoo Federaalaa fi naannoo rakkoo godina Matakkal aanaa Bulaanitti uumame… Wabi Fufa Sep 18, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC) - Hoggantoonni olaanoo Federaalaa fi naannoo rakkoo godina Matakkal aanaa Bulaanitti uumame furuufirratti kutaalee hawaasaa garagaraa waliin mari’atan.…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti Birriin miiliyoona 10.6 fi Doolaarri Ameerikaa kuma 100 to’annaa jala oole Wabi Fufa Sep 18, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC) – Finfinneetti Sakatta'insa Maallaqa seeraan alaa socho'u guyyoota 3'n Birriin miiliyoona 10.6 fi Doolaarri Ameerikaa kuma 100 to'annaa jala ooluusaa…
Oduu biyya keessaa Weerarri vaayrasii koroonaa erga darbee boodde hojiiwwan hojjeennu hundi jijjiirama qilleensaa bifa… Wabi Fufa Sep 18, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC) – Preezdaantii FDRI Saahlawarqi Zawdee Weerarri vaayrasii koroonaa erga darbee boodde hojiiwwan hojjeennu hundi jijjiirama qilleensaa bifa haammateen ta’uu…
Oduu biyya keessaa Obbo Lidatuu Ayyaalaw himata meeshaa waraanaa qabatanii argamuu irratti mormii dhiyeessan Wabi Fufa Sep 18, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC) – Obbo Lidatuu Ayyaalaw himata meeshaa waraanaa qabatanii argamuu irratti mormii dhiyeessan. Abukattoonni lamaan obbo Lidatuu Ayyaalaw mormii har’a…
Oduu biyya keessaa Sanitaayzariin Veelveeksi, Zooyii fi cuunfaan wayinii diimaa Paayuneer faayidaarra akka hin oolle… Wabi Fufa Sep 18, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC) –Sanitaayzariin Veelveeksi, Zooyii fi cuunfaan wayinii diimaa Paayuneer faayidaarra akka hin oolle dhorkame. Sanitaayzariin Veelveeksi, Zooyii fi …