Dameen dhuunfaa indaastirii bunaarratti yoo bobba’e bu’a qabeessa ta’a -MM Dr Abiy
Finfinnee, Hagayya 12, 2012 (FBC) – Dameen dhuunfaa oomishaalee gabbisuun indaastirii bunaarratti yoo bobba'e bu'a qabeessa ta'a jedhan muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad.
…