MM Dr. Abiy Ityoophiyaan midhaan zaytaan sharafa biyyaa ala ittiin argattu keessaa isa tokko jedhan
Finfinnee, Caamsaa 20, 2012 (FBC) – Ityoophiyaan oomishoota biyyaa alattii ergitu keessa kanneen sharafni biyyaa ala ittin argamuu keessa tokkoo midhaan zaytaati jedhan Muummeen Ministiraa…