Oduu biyya keessaa MM Dr Abiyyii fi preezdaant Isaayyaas Flooraa Veej daawwatan Obse Wakgari May 4, 2020 0 Finfinnee, Eebila 26, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimadii fi preezdaantiin Eertiraa Isaayyaas Afawarqiin buufata biqiltuu fudraa fi mudraa Flooraa Veej daawwatan.…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiyyii fi preezdaant Isaayyaas proojaktii jallisii Maqii-Baatuu ebbisan Obse Wakgari May 4, 2020 0 Finfinnee, Eebila 26, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimadii fi preezdaantiin Eertiraa Isaayyaas Afawarqiin proojaktii misooma jallisii Maqii-Baatuu ebbisan. …
Biiznasii Oomishaaleen sadarkaa qulqullinaatii gadii akka hin galle taasifamaniiru Obse Wakgari May 4, 2020 0 Finfinnee, Eebila 26, 2012 (FBC) – Oomishaaleen sadarkaa qulqullinaatii gadii meetriik toonii 2,500 ol gara biyyaa akka hin galle taasifamaniiru. Ooomishaaleen kanneen sadarkaa…
Oduu biyya keessaa Garaagarummaan kan ittiin wal qarru malee, kan ittiin wal balleessinu ta’uu hin qabu –… Obse Wakgari May 4, 2020 0 Finfinnee, Eebila 26, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad garaagarummaan kan ittiin wal qarru malee, kan ittiin wal balleessinu ta'uu hin qabu jedhan. Dooktar Abiy seenaa…
Balballoommii fi yaada Qonna ammayyeessuuf deeggarsa addaa ni goona jedhan muummee ministiraa Obse Wakgari May 4, 2020 0 Finfinnee, Eebila 26, 2012 (FBC) – Qonna ammayyeessuuf deeggarsa addaa ni goona jedhan muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad. Dooktar Abiy karaa fuula Feesbuukii isaanitiin akka…
Oduu biyya keessaa Abbootiin amantaa hojiilee misoomaa Finfinnee daawwatan Obse Wakgari May 4, 2020 0 Finfinnee, Eebila 26, 2012 (FBC) – Abbootiin amantaa hojiilee misoomaa magaalaa Finfinnee daawwatan. Daawwii proojaktootaarratti itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Naannoo Saariisitti balaa tiraafikaa qaqqabeen tajaajilli baabura salphaa Finfinnee yeroof adda cite Obse Wakgari May 3, 2020 0 Finfinnee, Eebila 25, 2012 (FBC) – Naannoo Saariisitti balaa tiraafikaa qaqqabeen tajaajilli baabura salphaa Finfinnee yeroof adda cite. Bu’uura misooma sarara baaburarratti balaa…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarqii fi MM Abiy Preezdaant Isaayyaas waliin walargan Obse Wakgari May 3, 2020 0 Finfinnee, Eebila 25, 2012 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee fi Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Preezdaantii Ertiraa Isaayyas Afawarqii waliin wal arganiiru.…
Oduu biyya keessaa Dhaabbanni ykn namni dhuunfaa meeshaa waraanaa qabu kamiyyuu dirqama galmeessisuu qabu- Abbaa… Obse Wakgari May 3, 2020 0 Finfinnee, Eebila 25, 2012 (FBC) – Dhaabbanni ykn namni dhuunfaa meeshaa waraanaa qabu kamiyyuu waggoota lamaan dhufan keessaatti dirqama galmeessisuu akka qaban Abbaan Alangee…
Idil Addunyaa Addunyaarratti namoonni kumni 50 ol ta’an wallansa hordoffii cimaa keessa jiru Obse Wakgari May 3, 2020 0 Finfinnee, Eebila 25, 2012 (FBC) – Addunyaarratti namoonni kumni 50 ol ta’an wallansa hordoffii cimaa keessa jiru. Vaayrasiin koroonaa erga muul’ate ji’oota lakkoofsiseen biyyoota 212…