Yaa’iin nageenya bishaanii fi misooma waaraa 2ffaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2012 (FBC) - Yaa’iin nageenya bishaanii fi misooma waaraa 2ffaan Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Biyyoota shanitti hojiirra kan oolu proojaktiin nageenya…