Jilli mootummaa naannoo Oromiyaa Sudaanitti hojiilee misoomaa daawwate
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2012 (FBC) – Jilli mootummaa naannoo Oromiyaa hogganaa Biiroo Qonnaa naannichaa obbo Dhaabaa Dabaleetin duurfamu, Sudaanitti hojiilee misoomaa daawwate.…