Naannoo Afaaritti jijjiirrama dhufaa jiruuf hiriirri deeggarsaa gaggeeffame
Finfinnee, Gurraandhala 13, 2012 (FBC) – Naannoo Afaar aanaalee addaddaatti jijjiirrama akka biyyaatti dhufaa jiruuf hiriirri deeggarsaa gaggeeffame.
Aanaa Hanrukaa, Yaaloo, aanaa addaa…