Waajabila Faanaa Goondaritti jabbiin luka duubaa hin qabne dhalatte Obse Wakgari Feb 19, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2012 (FBC) – Naannoo Amaaraa aanaa Goondar Zuuriyaatti jabbiin luka duubaa hin qabne dhalatte. Jabbichi aanichatti ganda Tsiyoon Sagwaajitti dhalate. Kana…
Oduu biyya keessaa Maayik Poompiyoon, bakka buutota Yaa’ii Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa waliin mari’atan Obse Wakgari Feb 19, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 11, 2012 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaa Maayik Poompiyoon, bakka buutota Yaa'ii Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa waliin mari'atan. …
Oduu biyya keessaa Gurraandhalli 11 waggaa 45ffaan Maqalee, Istaadiyamii Tigraayitti kabajame Obse Wakgari Feb 19, 2020 0 Finfinnee, Gurrandhala 11, 2012 (FBC) – Gurraandhalli 11 waggaa 45ffaan magaalaa Maqalee Istaadiyamii Tigraayitti kabajame. Hoggansi olaanoo naannichaa fi qabsaa'onni…
Biiznasii Caffeen labsii zoonii diinagdee addaa Gadaa bahe irratti mar’achuun raggaasise Obse Wakgari Feb 19, 2020 0 Finfinnee, Gurrandhala 11, 2012 (FBC) – Caffeen Oromiyaa zoonii diinagdee hundeessuuf wixinee labsii zoonii diinagdee addaa Gadaa bahe irratti mar'achuun raggaasise. Zooniin diinagde kun…
Oduu biyya keessaa Lagaxaafoo Laga Daadhiitti hiriirri deeggarsaa gaggeeffame Obse Wakgari Feb 19, 2020 0 Finfinnee Gurraandhala 11, 2012 (FBC) – Lagaxaafoo Laga Daadhiitti hiriirri deeggarsaa gaggeeffame. Jijjiirramaa fi muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad deeggaruudhan hiriirri…
Oduu biyya keessaa Godina Gujii aanaa Dugdaa Daawaatti baalli sammuu nama hadoochu kuntaalli 59 to’atame Obse Wakgari Feb 18, 2020 0 Finfinnee Gurraandhala 10, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaa godina Gujii Dhihaa aanaa Dugdaa Daawaatti baalli sammuu nama hadoochu kuntaalli 59 ta’atameera. Godinichatti itti gafatamaan…
Oduu biyya keessaa MM Dr. Abiy Ahimad dhalattoota Tigraay miseensa paartii Badhaadhinaa waliin mari’ataniiru Obse Wakgari Feb 18, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) - Muummeen ministira Dooktar Abiy Ahimad jijjiramaan booddee naannoo garagararraa yakkaan shakkamanii kan to’anno seera jala jiran dirree siyaasaa…
Oduu biyya keessaa Hokkora aanaa Gurra Fardaatti ummameen walqabate bulchaa aanichaa dabalatee hoggantoonni hedduun… Obse Wakgari Feb 18, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) – Naannoo kibbaa aanaa Gurra Fardaattii guyyaa kaleessa hokkora umameen walqabate bulchaa aanichaa dabalatee hoggantonni hedduun to’atamaniiru.…
Oduu biyya keessaa Boordiin filannoo biyyooleessaa paartiilee ja’aaf beekamtii guutuu kenne Obse Wakgari Feb 18, 2020 0 Finfinnee, Gurraadhala 10, 2012 (FBC) -Boordiin filannoo biyyooleessaa paartiilee ja’aaf beekamtii guutuu kenne. Bu’uurumaa kanaan:- Paartii Demokiraasii Ityoophiyaa Gamtoome…
Fayyaa Vaayrasin koroonaa gara Ityoophiyaa akka hin galleef qaamni ilaallatu of eegannoo barbaachisu… Wabi Fufa Feb 18, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) –Inistitiyuutiin Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa vaayrasin koroonaa gara Ityoophiyaa akka hin galleef qamni dhimmi isaa isaan ilaallatuu fi hoggantoonni…