MM Dr. Abiy lammiile Ityoophiyaa mirgi isaanii dhiibamee 135 waliin gara biyyaatti deebi’an
Finfinee, Gurraandhala 9, 2012 (FBC) - Muummeen ministira Dooktar Abiy Ahimad daawwanna Emmireetota Arabaa Gamtoomaniitti taasisaa turan xumuruun lammiile Ityoophiyaa mirgi isaanii…