Oduu biyya keessaa Jilli Sudaan kutaa bulchiinsa Gadaariif Goondar gale Obse Wakgari Feb 14, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 6, 2012 (FBC) – Jilli bulchaa bulchiinsa Gadaariif Meejar Jeneraal Nasraddiin Abdiin duurfamu daawwannaaf Goondar galeera. Itti aanaan kaantibaa bulchiinsa…
Balballoommii fi yaada Sagantaa wabii nyaataa seeftineetii misoomawaa magaalaa Finfinneetin lammiilee kumni 40 ol… Obse Wakgari Feb 14, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 6, 2012 (FBC) - Sagantaa wabii nyaataa seeftineetii misoomawaa magaalaa Finfinneetin lammiilee kumni 40 ol fayyadamoo ta'aniiru. Sagantaa kanaan lammiileen…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy Ahimad, Sheek Mahaammad Biin Rashiid Al Maktuum waliin mari’atan Obse Wakgari Feb 14, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 6, 2012 (FBC) - Muummee ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad itti aanaa preezdaantii, itti aanaa muummee ministiraa Emmireetota Arabaa Gamtoomanii fi bulchaa Duubaay…
Oduu biyya keessaa Yaadni dureewwanii haala waqtaawaa Afrikaa ilaalcha keessa kan galche – obbo Nabiyaat Obse Wakgari Feb 14, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 6, 2012 (FBC) - Yaadni dureewwan Gamtaa Afrikaa, haala waqtaawaa Afrikaa ilaalcha keessa kan galche ture jedhan odu himaan Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Nabiyaat…
Biiznasii Dhaabbileen invastimantii nageenya naannoo eeganii akka hojjetan dhaamame Obse Wakgari Feb 14, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 6, 2012 (FBC) - Dhaabbileen invastimantii nageenya naannoo eeganii akka hojjetan dhaamame. Naannoo Oromiyaatti dhaabbileen gosoota invastimantii adda addaarratti…
Biiznasii Baankiin Daldala Itoophiyaa badhaasa biiznasii Aawut luuk Gloobaalii bara 2019 injifate Obse Wakgari Feb 14, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 6, 2012 (FBC) - Baankiin Daldalaa Itoophiyaa Badhaasa Biiznasii Aawut luuk Gloobaalii bara 2019 injifateera. Badhaadhasicha injifachuusaatiin bankoota Afrikaa…
Oduu biyya keessaa Filannoo biyyoolessaarratti dhimma seeraa ka’uu ilaaluuf dhaddachi ni gurmaa’a Obse Wakgari Feb 14, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 6, 2012 (FBC) - Dhimmoota seeraa filannoo biyyoolessaa Hagayya 2012 keessa gaggeeffamu waliin walqabatee ka'aniif, dhaddachi gurmaa'ufi. Manni Murtii Waliigalaa…
Teeknooloojii Ityoophiyaan miseensa Komishinii Misooma itti fufiinsa Saayinsii fi Teeknooloojii Kibbaa akka taatu… Obse Wakgari Feb 14, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 6, 2012 (FBC) - Ityoophiyaan miseensa Komishinii misooma itti fufiinsa Saayinsii fi Teeknooloojii Kibbaa akka taatu waamichi godhameefi jira. Paakistaan michummaa…
Ispoortii Atleettootaa fi leenjistoota bu’aa galmeessaniif badhaasni laatame Wabi Fufa Feb 14, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 6, 2012 (FBC) - Atleettootaa fi leenjistoota akka biyyaa fi idil addunyaatti bu’aa galmeessaniif badhaasni laatameera. Badhasichi shampiyoonaa atleetiksi idil…
Oduu biyya keessaa Rakkoo diinagdee fi hoji dhabdummaa hiikuuf, rakkoowwan seektarootaa adda baafamaa jira- obbo… Obse Wakgari Feb 14, 2020 0 Rakkoo diinagdee fi hoji dhabdummaa hiikuuf, rakkoowwan seektarootaa adda baafamaa jira- obbo Shimallis Finfinnee, Gurraandhala 6, 2012 (FBC) - Rakkoo diinagdee fi hoji dhabdummaa…