Oduu biyya keessaa Raawwiin Ijaarsa Hidha Haaromsaa Guddicha %78.3 qaqqabe Obse Wakgari Feb 5, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC)- Raawwiin Ijaarsa Hidha Haaromsaa Guddicha Ityoophiyaa %78.3 qaqqabuu Ministeerri Bishaanii, Jallisii fi Inarjii ibseera. Ministeerichi hojiiwwan…
Oduu biyya keessaa Obbo Taaggasaa Caafoon Ityoophiyatti Ambaasaaddara Chaayinaa waliin mari’atan Obse Wakgari Feb 5, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC)- Af Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa obbo Taaggasaa Caafoo Ityoophiyaatti Ambaasaaddar Chaayinaa Zaa’oo Zhiiyuhaan waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Diinagdee biyyaa keessa bu’aa qabeessa taasisuuf waliigaltee sanadaa mallatteeffame Obse Wakgari Feb 5, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC)- Diinagdee biyyaa keessa bu’aa qabeessa taasisuuf waliigaltee sanadaa mallatteessuu Ministeerrii Mallaqaa beeksise. Ministeerrii Mallaqaa diinagdee…
Oduu biyya keessaa Lammiilee naannoo Tigraay gara Sudaanitti baqataan kuma 60 gara biyya deebisuuf hojjetama jira Obse Wakgari Feb 5, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC)- Lammiilee naannoo Tigraay gara Sudaanitti baqataan kuma 60 gara biyya deebisuuf hojjetama jiraachuu Daayreektarri olaanaan Eejansii Godaantootaa fi…
Biiznasii Bara bajaatichaatti baatiwwan 6 keessaatti daldala alaarra galiin doolaarri biiliyoonni 1.5 argame Obse Wakgari Feb 5, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC)- Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii bara baajatichaatti walakka waggaatin daldala alaarraa galiin Doolaarri Ameerikaa biiliyoonni 1.5 argamuu beeksise.…
Oduu biyya keessaa Waancaan Hidha Haaromsaa Guddichi Harariin gale Obse Wakgari Feb 5, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC)- Waancaan Hidha Haaromsaa Guddichii naannoo Hararii galeera. Waancichi Hammarreessaa wayita ga’uu simannaan ho’aan taasifameefiira. Waancichi…
Idil Addunyaa Baayidaan Yamanitti lola gaggeeffamaa jiruuf deeggarsa isaanii adda kuta Obse Wakgari Feb 5, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Ameerikaa Joo Baayidaan Yamanitti lola gaggeeffamaa jiruuf deeggarsa isaanii addaan kutu beeksisaan. Yamanitti lola…
Oduu biyya keessaa Aadde Mufariyaat Ergamaa Addaa Barreessaa Olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii waliin mari’atan Obse Wakgari Feb 5, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC)- Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde Mufariyaat Kaamiil Ergamaa Addaa Barreessaa Olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Paarifeeyiit Onaangaa-…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalaa Finfinnee raawwii hojii baatiiwwan 6 gamaaggamaa jira Obse Wakgari Feb 5, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee raawwii hojii baatiiwwan 6 gamaaggamaa jira. Waltajjicharratti itti aantuu kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach…
Oduu biyya keessaa Jiraattonni godina Halaabaa Dooktar Abiy Ahimadiif hiriira deeggarsa ba’an Obse Wakgari Feb 5, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC)- Jiraattoonni naannoo Kibbaa godina Halaabaa Muummee Ministiraa FDRI Dokktar Abiy Ahimadiif hiriira deegarsa ba’aniiru. Jiraattonni kunneen Juuntaan…