Oduu biyya keessaa Marii hawaasaa waltaiinsaan geggeessuuf waliigalteen mallatteeffame Obse Wakgari May 5, 2021 0 Finfinnee, Eebila 27, 2013 (FBC) - Ministeerri Nageenyaa naannolee fi bulchiinsa magaalotaa waliin marii hawaasaa waltaiinsaan geggeessuuf waliigaltee mallatteessee jira.…
Oduu biyya keessaa Pirezidaant Saahilawarq guyyaa gootota Itoophiyaaf ergaa baga geessanii dabarsan Obse Wakgari May 5, 2021 0 Finfinnee, Eebila 27, 2013 (FBC) - Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawudee guyyaa gootota Itoophiyaa 80ffaa sababeefafchuun ergaa baga geessanii dabarsan. Gootonni duri biyyi…
Oduu biyya keessaa Manni Murtii Waliigalaa Oromiyaa Moosaajii bulchinsa ragaa qabeenya namaa hojiirra olchuufi Obse Wakgari May 5, 2021 0 Finfinnee, Eebila 27, 2013 (FBC) Manni murtii waliigalaa Oromiyaa moosaajii qabiinsa ragaa qabeenya namaa hojjaachiisaa ture xumursiisuun hojiirra oolchuufi. Moosaajii qabiinsa…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalaa goototaaf tajaajila yaala bilisaa akka argatan murteesse Obse Wakgari May 5, 2021 0 Finfinnee, Eebila 27, 2013 (FBC) -Bulchiinsi magaalaa Finfinnee goototaaf tajaajila yaala fayyaa bilisaa akka argatan murteesse. Dhabbilee fayyaa bulchiinsa magaalicha jalati…
Vaayrasiikoroonaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 541 vaayrasii koroonaan qabaman Obse Wakgari May 4, 2021 0 Finfinnee, Eebila 26, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 541 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 15 darbeera. Sa’aatii 24…
Oduu biyya keessaa Naannoo Hararitti hidha guddichaaf birrii miliyoona 3.7 walitti qabame Obse Wakgari May 4, 2021 0 Finfinnee, Eebila 26, 2013 (FBC) -Aanaalee naannichaa keessatti naanna’a kan ture waancaan hidha guddichaa guyyaa har’a aanaa Abokar yeroo gahu simannaan taasifameera. Hanga…
Oduu biyya keessaa Galmeen filattootaa haala gaariirra jira-Dooktar Abiy Ahimad Obse Wakgari May 4, 2021 0 Finfinnee, Eebila 26, 2013 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad gamaaggamni qophii filannoo duraa preezdaantoota naannolee fi Boordii Filannoo waliin torbanitti gaggeeffamuu…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad ergaa baga guyyaa goototaan isin gahee dabarsan Obse Wakgari May 4, 2021 0 Finfinnee, Eebila 26, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ergaa baga guyyaa goototaan isin gahee dabarsaniiru. Guyyaan kun yaadannoo gootonni keenyaa biyyatti wareera…
Oduu biyya keessaa Komiishinarri poolisii naannoo Amaaraa duraanii Abarraa Addaamuu dhibee tasaan boqotan Obse Wakgari May 4, 2021 0 Finfinnee, Eebila 26, 2013 (FBC)- Komiishinarri poolisii naannoo Amaaraa duraanii Abarraa Addaamuu dhibee tasaan addunyaa kanarra du’aan boqotaniiru. Faanaa Broodkaasting Koorporeet madda…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti konkolaachiftootarratti qajeelfamni haaraan Birrii 1500 hanga 500 adabsiisuu ifoome Obse Wakgari May 4, 2021 0 Finfinnee, Eebila 26, 2013 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti har’arra eegalee weerara vaayrasii koroonaatin walqabsiisee konkolaachiftoota hammaan ol fe’aan irratti qajeelfama haaraa Birrii 1500…