Idil Addunyaa Yuugaandaan eeyyamaa waaldaalee Siiviikii 50 ol dhorkite Obse Wakgari Aug 20, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2013 (FBC)- Yuugaandaan eeyyamaa dhaabbilee miti mootummaa 50 ol dhorkuun ishee dhaga’aameera. Waaldaaleen siiviikii dhorkamaniis seeraa fi hojimataa mootummaan…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti hojii shororkeessummaatif ooluuf kan ture gajaraan kumni 10 ol to’annaa jala oole Obse Wakgari Aug 20, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2013 (FBC)-Hojii shororkeessuummaatif ooluuf kan ture gajaraan kumni 10 ol to’annaa jala ooluu Kutaa magaalaa Addis kataamaatti buufanni poolisii naannoo Markaatoo…
Biiznasii Naannoon Kibbaa qabeenyaa damee albuudaarraa argatuu fooyyeessuu dandeessisuurratti marii… Obse Wakgari Aug 20, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2013 (FBC)-Ministeerri Albuudaa fi Inarjii naannoon Kibbaa qabeenya damee albuudaarra argatuu dhimmoota fooyyeessaan irratti magaalaa Hawaasaatti marii gaggeesseera.…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen miidiyaa Lixaa tokko tokkoo haalli naannoo Tigraay ittin gabaasaan itti gaafatamuummaan… Obse Wakgari Aug 20, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2013 (FBC)-Haala olaantummaa seeraa kabachiisuu naannoo Tigraay wal qabsiisee dhaabbilee miidiyaa lixaa tokko tokkoo haalliitti gabaasaan itti gaafatamuummaan…
Oduu biyya keessaa Qaamolee daba diinagdee uumaanirratti tarkaanfiin ni fudhatamaa-Bulchiinsa magaalaa Finfinnee Obse Wakgari Aug 20, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2013 (FBC)-Itti aantuun Kantiibaa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanch Abeebee qaamolee daba diinagdee uumaanirratti tarkaanfiin ni fudhatamaa jedhaniiru. Qaamolee daba…
Oduu biyya keessaa Humni diinaa garee shoroorkeessaa olaanaa Tsaadiqaan G/Tinsaa’een durfamu raayyaa ittisa biyyaan… Obse Wakgari Aug 20, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2013 (FBC)- Humni diinaa garee shoroorkeessaa olaanaa Tsaadiqaan G/Tinsaa’een durfamu raayyaa ittisa biyyaa Walloo Kaabaarratti bobba’een rukutameera. Yeroo amma…
Oduu biyya keessaa Hojjettoonni Biiroo Qonnaa fi Qabeenya Umamaa Oromiyaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii… Obse Wakgari Aug 20, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2013 (FBC)- Hojjettoonni Biiroo Qonnaa fi Qabeenya Umamaa Oromiyaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 3 fi kuma 100 ol gumaachaniiru. Biirichi haala…
Oduu biyya keessaa Kutaan Magaalaa Gullallee raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa meeshaalee Birrii miiliyoona 60tti… Obse Wakgari Aug 20, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2013 (FBC)- Kutaan Magaalaa Gullallee raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa meeshaalee Birrii miiliyoona 60tti tilmaamamu sangootaa 265 fi kanneen biroo taasiseera.…
Fayyaa Ministeerri Fayyaa Ejensii Atoomiiki idil addunyaa fi abbaa taayitaa humna Atoomiiki Chaayinaa… Obse Wakgari Aug 20, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2013 (FBC)- Ministeerri Fayyaa Ejensii Atoomiiki idil addunyaa fi abbaa taayitaa humna Atoomiiki Chaayinaa waliin waliigaltee sadeenii mallatteesseera.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad eegdoota Ityoophiyaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa agarsiisan galateeffatan Obse Wakgari Aug 20, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2013 (FBC)- Muummen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad kutaa biyyatti hundaatti eegdoota Ityoophiyaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa agarsiisan galateeffataniiru.…