Oduu biyya keessaa Kaabineen naannoo Somaalee yaa’ii idilee jalqabaa gaggeesse Ayana Dheressa Oct 25, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2014 (FBC) – Kaabineen naannoo Somaalee yaa’ii idilee jalqabaa isaa guyyaa har’aa gaggeesseera. Walga’icharratti preezdaantiin naannichaa obbo Musxafee…
Oduu biyya keessaa Tarkaanfiin waloo fudhatamaa jiru garee shorokeessaa ABUT bahaa fi gala dhorkuu ibsame Ayana Dheressa Oct 25, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2014 (FBC) – Gootichi Raayyaa Ittisa Biyyaa, humni addaa fi Milishaan naannoo Amaaraa addaa waraanaa Walloo, Warra Baabboo, Batahuladaree, Kutaabar fi…
Oduu biyya keessaa Fuulli miidiyaa hawaasaa Inistiityuutii Fayyaa Hawaasa Ityoophiyaa butamuu ibsame Ayana Dheressa Oct 25, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2014 (FBC) – Fuulli miidiyaa hawaasaa Inistiityuutii Fayyaa Hawaasa Ityoophiyaa butamuu isaa Inistiitiyuutichi ibseera. Inistiityuutichi ibsa Faanaa…
Oduu biyya keessaa Naannon Oromiyaa hojii Inshuraansii fayyaa hawaasatiin raawwii olaanaa galmesseen beekkamtii argate Ayana Dheressa Oct 25, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2014 (FBC) – Naannon Oromiyaa hojii Inshuraansii fayyaa hawaasatiin raawwii olaanaa galmessuu isaan beekkamtii argachuu ibsame. Tajaajila fayyaa haqa qabeessa…
Oduu biyya keessaa Rakkoon nageenyaa Sudaan keessatti muudate karaa nagaan akka furamuuf mootummaan Ityoophiyaa… Ayana Dheressa Oct 25, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2014 (FBC) - Rakkoon nageenyaa Sudaan keessatti muudate giddugaltummaa tokko malee karaa nagaan akka furamuuf mootummaan Ityoophiyaa waamicha dhiyeesseera.…
Idil Addunyaa Yaalii mootummaa ce’umsaa Sudaan diiguuf taasiifamu kan balaalleffatu ta’uu IGAD beeksiise Ayana Dheressa Oct 25, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2014 (FBC) - Yaalii mootummaa ce’umsaa Sudaan diiguuf taasiifamu kamiiyyuu kan balaalleffatu ta'uu Mootummoonni Misooma Bahaa Afrikaa ‘IGAD’ beeksise.…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi guyyoota dhibba tokkotti galii Birrii biiliyoona 108.9 walitti qabuuf karoorse Obse Wakgari Oct 25, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2014 (FBC)- Hoggantoonni olaanoon Ministeera Galiiwwanii guyyoota dhibba tokko keessaatti karoora hojiiwwan raawwatamaan irratti marii taasisuun kallattii…
Oduu biyya keessaa Weellistoonni fi Artistoonni bebbeekkamoon giddugala leenjii loltummaa Kontinjeentii Huursootti… Ayana Dheressa Oct 25, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2014 (FBC)- Weellistoonni fi Artistoonni bebbeekkamoon giddugala leenjii loltummaa Kontinjeentii Huursootti argamuun hojii aartii dhiyeessaniiru. Artistoonni…
Oduu biyya keessaa Artiist Yoosan Geetahunii fi hiriyoonni isaa jiraattoota Godina Booranaaf deeggarsa taasiisan Ayana Dheressa Oct 25, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessaa 15, 2014 (FBC) – Artiist Yoosan Geetahunii fi hiriyoonni isaa hongee godina Booranaatti muudate dandamachiisuuf deeggarsa nyaataa loonii taasiisan. Godina…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Madda Walaabuu sagantaalee barnootaa 18’n digrii 2ffaa fi 3ffaan kennuuf qophii… Ayana Dheressa Oct 25, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin Madda Walaabuu muummeewwan garaagaraa jalatti sagantaalee barnootaa 18 digrii 2ffaa fi 3ffaan kennuuf banuu ibsameera.…