Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad hoggantoota olaanoof muudama laatan Obse Wakgari Oct 9, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana, 29 2014 (FBC)- Muummeen Ministira Abiy Ahimad waajjiralee Ministeerotaaf Ministir deettoota akkasumas komishinaroota dhaabbilee lamaafi waajjiraa muummee ministeeraatti…
Oduu biyya keessaa Miseensonni Poolisii ogummaa Maarchi Baandii, Okeestiraa fi Tiyaatiraan leenji’aa turan 128… Obse Wakgari Oct 9, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana, 29 2014 (FBC)- Koomishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee miseensota Poolisii ogummaa Maarchi Baandii, Okeestraa fi Tiyaatiraan leenji’aa turan 128 eebisiise.…
Oduu biyya keessaa Jilli Preezdaant Shimallisiin durfamu aanaa Dodolaatti Intarpiraayzii sanyii filatamaa Oromiyaa… Obse Wakgari Oct 9, 2021 0 Finfinnee , Fulbaana, 29, 2014 (FBC)- Jilli Preezdaant Shimallis Abdiisaan durfamu garee Maaykiroo diinagdee waliin Godina Arsii lixaa Aanaa Dodolaatti Intarpiraayzii sanyii filatamaa…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Finfinnee qorannoo adda addaa rakkoolee biyyaa furan hojjechaa jira-Preezdaant… Obse Wakgari Oct 9, 2021 0 Finfinnee , Fulbaana 29, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin Finfinnee qorannoo adda addaa rakkoolee biyyaa furan hojjechaa jira jedhan Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawudee. Preezdaant…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Naannoo Oromiyaa barattoota kuma 3 fi 490 ture eebbisiise Obse Wakgari Oct 9, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana, 29 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin Naannoo Oromiyaa barattoota kuma 3 fi 490 muummee barnootaa garaagaraatin barsiisaa ture eebbisiisuu ibsameera. Yuunvarsiitichi…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Arbaa Minci torban hawaasummaa 6ffaa gaggeesse Obse Wakgari Oct 9, 2021 0 Finfinnee , Fulbaana, 29 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin Arbaa Minci eebba barattootaa 34 ilaalchisee sagantaa cufiinsaa torban hawaasummaa 6ffaa gaggeesseera. Yuunvarsiitichi tajaajila…
Oduu biyya keessaa Gabaasni sobaa Daandii xiyyaaraa irratti ba’aa jiru qaama dhiibbaa Ityoophiyaa irratti godhamuu… Obse Wakgari Oct 9, 2021 0 Finfinnee , Fulbaana, 29 2014 (FBC)- Gabaasni sobaa Daandii xiyyaaraa irratti ba’aa jiru qaama dhiibbaa Ityoophiyaa irratti godhamuu jiruuti jedhan walitti qabaan boordii Daandii xiyyaaraa…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Arbaa Minci barattoota kuma 5 ol eebbisiise Obse Wakgari Oct 9, 2021 0 Finfinnee , Fulbaana, 29 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin Arbaa Minci barattoota muummee barnoota garaagaraan barsiisaa ture barattoota kuma 5 ol eebbisiisuu ibsameera. Yuunvarsiitichi bara…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Finfinnee barattoota kuma 6 ol eebbisiseera Obse Wakgari Oct 9, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin Finfinnee barattoota muummee garagaraatin barsiisaa tura kuma 6 fi 163 eebbisiseesra. Sirni eebbichaas addabaabaayii Michuummaatti…
Oduu biyya keessaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsi Birrii Miiliyoona 10 taasiifame Obse Wakgari Oct 8, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Hojjetoonni Ejensii Dhiyeessa Qorichaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii Miiliyoona 10 taasisan. Ministirri Deetaa Ministeera…