Oduu biyya keessaa Sirni awwaalcha Weellisaa Alamaayyoo Isheetee raawwate Obse Wakgari Sep 7, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC)- Sirni awwaalcha Weellisaa Alamaayyoo Isheetee raawwateera. Sirni awwaalcha Weellisa Alamaayyoo Isheetee Kaateediraalii Sillaasee Qiddiist Maanbaaraa…
Oduu biyya keessaa Obbo Dassitaan Humnoota Addaa Godina Matakkalitti hojii nageenya kabachiisurratti bobba’an daawwatan Sifen Megersa Sep 7, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Naannoon Sidaamaa obbo Dassitaa Leeddaamoon Humnoota Addaa Naannoo Beenishaanguul Gumuz Godina Matakkalitti hojii nageenya kabachiisurratti…
Oduu biyya keessaa Godina Arsii Lixaa aanaa Kokkossaatti daldaltoonni seeraan alaa daballii gatii taasisaan hidhaa fi… Obse Wakgari Sep 7, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC)- Godina Arsii lixaa aanaa Kokkossaatti daldaltoonni seeraa alaa daballii gatii taasisaan hidhaa fi maallaqaan adabamaniiru. Daldaltoonni gatii koreen…
Oduu biyya keessaa Aanaaleen Awuraa fi Guliinaa garee Shororkeessaa ABUT irraa bilisoomsan Sifen Megersa Sep 7, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC) – Humni Addaa fi Milishaan Naannoo Afaar aanaalee Awuraa fi Guliinaa garee Shororkeessaa ABUT irraa bilisoomsuu ibsame. Guyyaa har’aa…
Oduu biyya keessaa Aanaa Meettaatti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 10 darbe Obse Wakgari Sep 7, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC)- Godina Harargee bahaa aanaa Meettaatti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 10 darbuu poolisiin beeksiseera. Itti gaafatamaan kominikeeshinii…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa hojiif Seeneegaal galan Obse Wakgari Sep 7, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimd daawwannaa hojiif Seeneegaal galaniiru. Turtii isaanii Seeneegaaliin preezdaantii biyyatti Maakii Kaal waliin…
Oduu biyya keessaa Godina Shawaa Kibba Lixaatti Gamoon Abbaa Taayitaa Galiiwwanii Birrii miiliyoona 21.1 oliin… Obse Wakgari Sep 7, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC)- Godina Shawaa Kibba Lixaatti Gamoon Abbaa Taayitaa Galiiwwanii Birrii miiliyoona 21.1 oliin ijaarramee eebbifameera. Sirna eebichaarratti Itti Aantuun…
Oduu biyya keessaa Abbootiin qabeenyaa naannoo Amaaraarra walitti babba’aan naannoo Affaariif deeggarsa taasisaan Obse Wakgari Sep 7, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC)- Abbootiin qabeenyaa naannoo Amaaraarra walitti babba’aan naannoo Affaariif deeggarsa Birrii miiliyoona 100 taasisaaniiru. Abbootii qabeenyaa kunneen…
Oduu biyya keessaa Ejjennoon Chaayinaan jijjiirrama qabeenya Qilleensaa fi Faallama Naannoo dandamachuuf qabdu kan… Sifen Megersa Sep 7, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen ejjennoo Chaayinaan jijjiirrama qabeenya Qilleensaa fi Faallama Naannoo dandamachuuf qabdu dinqisiifataniiru.…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach hojjettoota gadi jedhanii hawaasa isaanii tajaajilan galateeffatan Sifen Megersa Sep 7, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee guyyaa tajaajiltummaa sababeeffachuun hojjettoota gadi jedhanii hawaasa isaanii…