Teeknooloojii Dhaabbata bu’uura diinagdee diijitaal Itiyoophiyaa… Sifen Megersa Sep 6, 2026 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2018 (FMC) –Itiyoo Teeleekoomiin dhaabbata tajaajila teeleekoomii kennu qofaa miti, dhaabbilee bu’uuraa diinagdee dijitaal Itiyoophiyaa ta’an keessaa isa tokko. Mee…
Teeknooloojii Bilbila akka baankiitti – Teelee Birrii Sifen Megersa Sep 6, 2026 0 Waggoota muraasa dura, namni tokko, Maallaqa callaa harkatti qabachuun kaffaltiin raawwachaa ture. Har’a garuu sun jijjiirameera. Maallaqa olaanaa daddabarsuu irraa kaasee, hanga…
Oduu biyya keessaa Uummanni Oromoo sirna bareedaa uummanni addunyaan ittiin boonu gadaa addunyaaf gumaache -Aadde… Sifen Megersa Sep 6, 2026 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2018 (FMC) –Uummanni Oromoo sirna bareedaa uummanni addunyaan ittiin boonu sirna gadaa addunyaaf gumaache jedhan Hoggantuun Biiroo Aadaafi Tuurizimii Oromiyaa aadde…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Jimmaatti Qaammeen 1 Guyyaan oomishtummaa kabajamaa jira Sifen Megersa Sep 6, 2026 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2018 (FMC) – Bulchiinsa Magaalaa Jimmaatti Qaammeen 1 Guyyaan Oomishtummaa mata duree "Oomishtummaan Bu'uura Birmadummaati!" jedhuun sagantaawwan garagaraatiin…
Ispoortii Darbii Landan 213ffaa si’oominaan eegamu Sifen Megersa Sep 6, 2026 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2018 (FMC) – Piriimeer liigii Ingilaandi torbee 3ffaan taphni darbii Landan Arsenaal Cheelsii keessummeessu akkaan eegama. Taphoota Kilaboota lamaan gidduutti hanga…
Oduu biyya keessaa Ergaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Sep 6, 2026 0 Guyyaa Oomishtummaa Abbootiin keenyaa dhiigaa fi lafee isaaniin birmadummaa daangaa Itiyoophiyaa eeguun biyya guddoo nu dhaalchisaniiru. Har’as karaa haaraa fi seenaa qabeessa,…
Oduu biyya keessaa Humni walichaa karoora eegumsa ayyaanoota yeroo itti aanaanii kabajamanii gamaaggame Sifen Megersa Sep 4, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2018 (FMC) – Humni waloo Nageenyaa fi Tasgabbii gamaaggama karoora eegumsa ayyaanoota yeroo itti aanaan kabajamanii gaggeessuun kallattii kaa’eera. Sagantaa kabaja…
Oduu biyya keessaa Dooktar Geediyoon Gargaaraa Barreessaa Dhimma Afrikaa Ameerikaa waliin mari’atan Sifen Megersa Sep 4, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2018 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Gargaaraa Barreessaa Dhimma Afrikaa Ameerikaa Firaanki Gaarshiiyaa waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Ida’amuu mootummaa hawaasaaf hojjetu qofa osoo hin taane, mootummaa hawaasa waliin… Sifen Megersa Sep 4, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2018 (FMC) – Mootummaan Ida’amuu mootummaa hawaasaaf hojjetu qofa osoo hin taane, mootummaa hawaasa waliin hojjetudha jedhan Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa…
Biiznasii Al ergii oomishaalee beelladaarraa galiin Doolaarri miiliyoonni 100 fi miiliyoonni 28.3 argame… Sifen Megersa Sep 4, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2018 (FMC) – Galii Oomishaalee al ergii beelladaarraa argamu guddisuuf hojjetamaa jira jedhe Inistiityuutiin Misooma Beelladaa. Galii damichaarraa argamu guddisuuf…