Oduu biyya keessaa Ministeerri Barnootaa Pritookoolii COVID-19 qopheesse Obse Wakgari Sep 6, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC)- Ministeerri Barnootaa Pritookoolii COVID-19 qopheesseera. Ministeerri barnoota adeemsa kenniinsa bara barnoota 2014 akkaam ta’uu akka qabu…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaanoonni 437 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an Obse Wakgari Sep 6, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa 437 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’aniiru. Daa’immaan 84 dabalatee lammiileen 437 gara biyyaa deebi’uun isaanii ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Najjootti rasaasni kumni 31 ol to’annaa jala oole Obse Wakgari Sep 6, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC)- Godina Wallagga Lixaa magaalaa Najjootti rasaasni kumni 31 to’annaa jala ooluu ibsameera. Rasaasni kun magaalaa Adaamaarra gara Begiitti daddabarfamaa…
Oduu biyya keessaa Godina Gujiitti Rasaasni Kilaashii fi Bireenii kumni 2 fi 858 to’atame Sifen Megersa Sep 6, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC) – Godina Gujii aanaa Gooroo Doollaa ganda Biittaattatti Rasaasni Kilaashii fi Bireenii kumni 2 fi 858 to’atamuu ibsameera. Rasaasni…
Oduu biyya keessaa Maappiin barnootaa haaraan hanqinoota jiran furuun damicha kan ammayyeessuu ta’uu ibsame Sifen Megersa Sep 6, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC) – Maappiin barnootaa haaraan hanqinoota jiran furuun quqlullina barnootaa kan mirkaneessuu fi barnoota diinagdee waliin walsimsiisuun…
Oduu biyya keessaa Manneen Murtii Waliigalaa Naannoo Oromiyaa fi Sidaamaa muuxxannoo waljijjiiran Sifen Megersa Sep 6, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC) –Waltajjiin muuxxannoo waljijjiiruu Manneen Murtii Waliigalaa Oromiyaa fi naannoo Sidaamaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffame. Kaayyoon waltajjichaas…
Oduu biyya keessaa Godinni Kafaa deeggarsa sangoota 223 raayyaa ittisa biyyaaf taasise Obse Wakgari Sep 6, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC)- Godinni Kafaa deeggarsa sangoota 223 raayyaa ittisa biyyaaf taasisuu qajeelchi Kominikeeshinii Mootummaan godinicha beeksiseera. Itti gaafatamaan…
Idil Addunyaa Itti aanaan barreessaa dhimmoota mirga namoomaa DhMG hoggantoota Taalibaan waliin mari’atan Obse Wakgari Sep 6, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC)- Itti aanaan barreessaa dhimmoota mirga namoomaa Dhaabbataa Mootummoota Gamtoomanii fi qindeessaa deeggarsa labsii yeroo aarifachiisaa Maartiin Giraaftiis…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensichaa meeshaalee gara Sudaaniitti imalchiisee adamoo kan ooluu fi eeyyamaa kan… Obse Wakgari Sep 6, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC)-Daandii Qilleensa Ityoophiyaa meeshaalee gara Sudaaniitti imalchiisee adamoo kan ooluu fi eeyyamaa kan guuttattee ta’uu beeksiseera. Bakka bu’aa oduu…
Oduu biyya keessaa Naannoon Sidaamaa duula birmadummaaf Birrii miiliyoona 10 deeggarsa taasiise Sifen Megersa Sep 6, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC) – Naannoon Sidaamaa duula birmadummaaf Birrii miiliyoona 10, Sangoota, midhaan nyaataa fi bishaan saamsamaa Bahaar Daaritti argamuun deeggarsa taasiiseera.…