Imbaasichi tajaajila idilee laachurratti argama – Ambaasaaddar Futsum Araggaa
Finfinnee, Hagayya 4, 2013 (FBC) – Imbaasiin Ityoophiyaa Ameerikaa Waashingitan DCtti argamu tajaajila idilee laachaa jiraachuu Ameerikaatti Ambaasaaddari Ityoophiyaa Futsum Araggaan…