Oduu biyya keessaa Giddugallii Aadaa Kaafaa Finfinneetti ijaarramuufi Obse Wakgari Aug 7, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 1, 2013 (FBC)- Giddugallii Aadaa Kaafaa Finfinneetti ijaarramuufi jedhame. Ijaarsa gidduchalichaaf kan ooluu sirni bakka ijaarsa walharkaa fuuchuu magaalaa Finfinneetti…
Oduu biyya keessaa Qonna indaastirittii fi qonnaan bulaa gara invastaratti ceesisuu gurmaa’insa qonnaan bulaa… Obse Wakgari Aug 7, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 1, 2013 (FBC)- Hogganaan Biiroon Qonnaa Qabeenya Uumaama Obbo Dhaabaa Dabalee Qonna Indaastiritti fi Qonnaan bulaa invastaratti ceesisuu gurmii qonnaan bulaa jabeessuun…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Waachamoo barattoota dameewwan garagaraan leenjisaa ture eebbisiise Obse Wakgari Aug 7, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 1, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiin Waachamoo barattoota muummee garagaraatin leenjisaa ture kuma 3 fi 134 eebbisiiseera. Yuunvarsiitiin Wachamoo barattoota dameewwan…
Oduu biyya keessaa Komishiniin Gumurukaa raawwii karoora 2013 fi baajata 2014 irratti marii taasisaa jira Obse Wakgari Aug 7, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 1, 2013 (FBC)- Komishiniin Gumurukaa Federaalaa raawwii karoora 2013 fi baajata 2014 irratti magaalaa Hawaasaatti marii taasisaa jira. Waltajjicharratti komishinarri…
Oduu biyya keessaa Dirree Dawaatti guutinsa bishaanii hidha haaromsaa marsaa 2ffaa ilaalchisee mariin paanaalii… Obse Wakgari Aug 7, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 1, 2013 (FBC)- Magaalaa Dirree Dawaatti guutinsa bishaanii hidha haaromsaa guddichaa Ityoophiyaa marsaa 2ffaa ilaalchisee mariin paanaalii gaggeeffamaa jira. Marii…
Oduu biyya keessaa Koolleejjiin Poolisii Oromiyaa Humna Poolisii waggoota lamaaf leenjisaa ture eebbisiise Obse Wakgari Aug 7, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 1, 2013 (FBC)- Koolleejjiin Poolisii Oromiyaa Humna Poolisii Waggoota lamaaf leenjisaa ture eebbisiseera. Sirna eebbichaarratti haasawaa kan taasisaan daayreektarri…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Jimmaa barattoota gosa garagaraatin barsiisaa kuma 3 fi 388 ture eebbisiisa jira Obse Wakgari Aug 7, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 1, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiin Jimmaa barattoota gosa garagaraatin barsiisaa kuma 3 fi 388 ture eebbisiisa jira. Sirni eebbichaa galma siiviikii artiis Hacaaluu…
Oduu biyya keessaa Gareen Shororkeessaa ABUT haleellaa raawwachuun jireenya lammiilee akka gaaga’u mootummaan hin… Sifen Megersa Aug 6, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 30, 2013 (FBC) –Gareen Shororkeessaa ABUT naannoo Tigraay irra darbee naannolee olaarratti haleellaa dabalataa raawwachuun jireenya lammiilee akka gaaga'u mootummaan…
Biiznasii Gatiin gurgurtaa qinxaaboo Boba’aa baatii Hagayyaa haaluma baatii darbeen itti fufa jedhame Sifen Megersa Aug 6, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 30, 2013 (FBC) –Boba'aa Xiyyaaraan ala gatiin gurgurtaa qinxaaboo Boba'aa baatii Hagayyaa haaluma baatii darbeen kan itti fufu ta'uu Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii…
Oduu biyya keessaa Kitaabni seenaa jireenyaa fi hojiilee Preezdaantii duraanii Dooktar Mulaatuu Tashoomarratti… Sifen Megersa Aug 6, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 30, 2013 (FBC) –Kitaabni seenaa jireenyaa fi hojiilee Preezdaantii FDRI duraanii Dooktar Mulaatuu Tashoomarratti xiyyeeffate eebbifameera. Kitaabichi Barreessaa…