Oduu biyya keessaa Ijaarsi buufata xiyyaaraa Dabra Maarqoos eegale Obse Wakgari Mar 29, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2014 (FBC) – Ijaarsi buufata xiyyaaraa Dabra Maariqoos Birrii miiliyoona dhibba 6 fi miiliyoona 55’n ijaarramuu eegaleera. Ijaarsa proojektichaafis…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni torbee Aadaa Oromiyaa nagaan xumurame Obse Wakgari Mar 29, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2014 (FBC) – Ayyaanni torbee Aadaa Oromiyaa Magaalaa Shaashamanneetti gaggeeffamaa ture nagaan xumurameera. Torbeen Aadaa Oromiyaa Bitootessa 17, 2014 Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Boordiin Filannoo Biyyoolessaa hanga deeggarsa maallaqaa Paartilee siyaasaaf taasisuu ifoomse Obse Wakgari Mar 29, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2014 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyoolessaa hanga deeggarsa maallaqaa Paartilee siyaasaaf taasisuu ifoomseera. Boordichi guyyaa har’aa paartilee siyaasaa waliin…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Ityoophiyaa dhiyeessi deeggarsa namoomaa naannoo Tigraayiin ariifachiisuuf hojiiwwan adda… Obse Wakgari Mar 29, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2014 (FBC)–Mootummaan Ityoophiyaa lammiilee naannoo Tigraay deeggarsa namoomaa barbaachisuuf dhiyeessi deeggarsa namoomaa ariifachiisuuf lammiilee rakkoo olaanaa…
Oduu biyya keessaa Hariiroon Ityoophiyaa fi Chaayinaa cimaa fi kan addaan hin cinnedha- Dooktar Abrahaam Balaay Ayana Dheressa Mar 29, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2014 (FBC) – Hariiroon Ityoophiyaa fi Chaayinaa cimaa fi kan addaan hin cinne ta’uu Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Dooktar Abrahaam Balaay ibsan.…
Biiznasii Magaalaa Finfinneetti rakkoo dhiyeessii Beenziinii mudate hanga Jimaataatti furuuf hojjetamaa… Ayana Dheressa Mar 29, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti rakkoo dhiyeessii Beenziinii mudate hanga Jimaataatti furuuf hojjetamaa jiraachuu Abbaan Taayitaa Dhiyeessii fi Raabsaa Boba’aa …
Oduu biyya keessaa Hariiroo naannawaa Ityoophiyaa fi Jibuutii haala cimsuun danda’amuurratti mariin gaggeeffame Obse Wakgari Mar 29, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2014 (FBC)– Hariiroo naannawaa Ityoophiyaa fi Jibuutii haala cimsuun danda’amuurratti mariin gaggeeffameera. Dura ta’aan abbaa taayitaa buufatalee fi naannawaa…
Oduu biyya keessaa Daldaltoota seeraan alaa gatii hin mallee dabalan qaamoolee nageenyaa waliin ta’uun saaxiluun… Ayana Dheressa Mar 29, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2014 (FBC) – Daldaltoota seeraan alaa gatii hin mallee dabalan qaamoolee nageenyaa waliin ta'uun saaxiluun barbaachisaa ta’uu Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Preezdaant Ismaa’eel Oomaar Geelee gaggeessan Obse Wakgari Mar 29, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2014 (FBC)– Muummeen Ministira FDRI Abiy Ahimad buufata xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleetti argamuun Preezdaantii Jibuutii Ismaa’eel Oomaar Geelee gaggeessaniiru.…
Oduu biyya keessaa Namoonni yakka daddabarsa namaa seeraan alaan himataman adabbii cimaa adabaman Ayana Dheressa Mar 29, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2014 (FBC) – Namoonni yakka daddabarsa namaa seeraan alaan himataman tokkoon tokkoo isaanii murtoo adabbii waggaa 16 fi Birrii kuma 50 adabamuu Manni Murtii Olaanaa…