Jilli MM Abiy Ahimadiin durfamu godina Shawaa Bahaa aanaa Adaamaa Ganda Kuriftuutti misoomaa jiru…
Finfinnee, Bitootessa 13, 2014 (FBC)- Jilli Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimadiin durfamu qamadii jallisii godina Shawaa Bahaa aanaa Adaamaa Ganda Kuriftuutti misoomaa jiru daawwataa jira.…