Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Saahilawarqi Hawaasaa galan Debela Tadesse Jun 24, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2015 (FBC)-Pireezdaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen sagantaa Ashaaraa Magariisa Sadarkaa Naannoo Sidaamaatti eegalchiisuuf Magaalaa Hawaasaa galaniiru.…
Oduu biyya keessaa Bilbiloota moobaayilaa fi faaya meetii kontirobaandiin galfaman to’ataman Debela Tadesse Jun 23, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2015 (FBC)- Bilbiloota moobaayilaa fi faayaa meetii garaagaraa kontirobaandiin galfaman to’atamuu Poolisiin Magaalaa Finfinnee beeksise. Meeshaleen…
Oduu biyya keessaa Hirmaannaa dubartoota dippilomaatota ta’anii cimsuun walqixxummaa fi haqaaf hojjechuu… Debela Tadesse Jun 23, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2015 (FBC)- Waltajjii Idil Addunyaarratti hirmaannaa dubartoota dippilomaatotaa cimsuun addunyaa walqixxummaa fi haqa qabeessummaan, dubartoota bakka buutu uumuuf…
Fayyaa Sirna Fayyaa dijaataalessuuf hojiilee eegalaman cimsuuf walta’iinsaan hojjechuu barbaachisa-Aadde… Debela Tadesse Jun 23, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2015 (FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Godambaa Saayinsiitti Argisiisaa Fayyaa Biyyaalessaa qophaa’e daawwataniiru.…
Biiznasii Ityoo-Injinaaring Giruup, YTO waliin waliigaltee mallatteesse Debela Tadesse Jun 23, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2015 (FBC)-Ityoo-Injinaaring Giruup, Dhaabbataa Chaayinaa YTO waliin waarshaa waggatti tiraaktaroota kuma 10 oomishu ijaaruuf waliigaltee mallatteesseera.…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti jiraattota gatiin kiraa itti dabalame hojmaanni komii ittiin dhiyeeffatan ifoome Debela Tadesse Jun 23, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2015 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee, jiraattoota magaalichaa gatiin kiraa manaa itti dabalame hojmaata komii ittiin dhiyeeffatan ifoomseera. Kaabineen…
Oduu biyya keessaa Bara 2016tti hojiileen qaroominaa fi seenaa Harariin gitan hojjetamuu qabu-Obbo Ordiin Badrii Debela Tadesse Jun 23, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2015 (FBC)- Bara baajataa 2016’tti hojiileen misooma magaalaa qaroominaa fi seenaa Naannoo Hararii gitaan hojjetamuu qabu jechuun Pireezidaantiin Naannoo Hararii…
Oduu biyya keessaa Koreen Qindeessaa Naannawaa Daldala Walabaa Afrikaa hojii eegale Debela Tadesse Jun 23, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2015 (FBC)- Hoggantoota dhaabbilee federaalaa garaagaraarraa baba’aniin kan hundeeffame Koreen Qindeessaa Naannawaa Daldala Walabaa Afrikaa har’a hojii eegaleera.…
Oduu biyya keessaa Manneen Barnoota sagantaa misoomaa guddina daa’imummaa hojiirra oolchan daawwataman Debela Tadesse Jun 23, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2015 (FBC)- Ittaanaan Kantiibaa Magaalaa Finfinnee Obbo Jaanxiraar Abbay, Manneen Barnootaa Sagantaan Misoomaa Guddinaa Daa’imummaa hojiirra oolchan daawwataniiru.…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen karoora, imaammataa fi tarsiimoo yeroo waliin deemu hojii irra oolchuu qabu-Dooktar… Debela Tadesse Jun 23, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2015 (FBC)- Dhaabbileen karoora, imaammataa fi tarsiimoo ifa ta'e yeroo waliin deemu qabaachuun hojii irra oolchuu akka qaban Hogganaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa…