Fayyaa Dhibee Onnee Debela Tadesse Aug 22, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2015 (FBC)- Dhibeen onnee tasaa kan namatti dhufu yoo ta’u hiddoonni dhiigaa, onneetiif raabsan tasaa wayita cufamaman kan mudatuudha. Dhibeen Onnee tasaa kunis…
Oduu biyya keessaa Biirichi bara baajata haaraatti lammiilee miiliyoona 3.1’f carraa hojii uumuuf karoorfachuu ibse Debela Tadesse Aug 22, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2015 (FBC)- Biiroon Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa Oromiyaa bara baajata 2016’tti lammiilee miiliyoona 3.1’f carraa hojii uumuuf karoorfatee hojjechaa jiraachuu…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Magaalaa Dirre Dhawaa yaa’ii ariifachiisaa gaggeesse Debela Tadesse Aug 22, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2015 (FBC)- Manni Maree Magaalaa Dirree Dhawaa yaa’ii ariifachiisa 2ffaa bara hojii 3ffaa gaggesseera. Yaa’iicharrati marii gaggeeffameen nageenyaa fi misoomaa…
Idil Addunyaa Jaappaan bishaan faalama niwukilirraa qulqullaa’e galaanatti gadi lakkisuu eegaluufi Debela Tadesse Aug 22, 2023 0 Finfinne, Hagayya 16, 2015 (FBC)- Jaappaan buufataa gabbisa niwukilaraa Fukaashimaa irraa bishaan faalama balfa niwukilaraa irraa qulqullaa’e Kamisa dhufurraa eegalte galaanatti gadi…
Oduu biyya keessaa Gamaaggamni raawwii karoora gaggeeffamaa ture xumurame Debela Tadesse Aug 22, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2015 (FBC)-Gamaaggamni karoora waggoota 10 bara giddugaleessaa bakka Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad argamanitti gaggeeffamaa ture xumurameera.…
Oduu biyya keessaa Hojjettoota Paarkii Indaastirii Adaamaaf mana jireenya ijaaruuf waliigalteen mallatteeffame Debela Tadesse Aug 22, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2015 (FBC)-Koorporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastiri Ityoophiyaa hojjettootaa Paarkii indaastirii Adaamaaf manneen jireenyaa ijaaruuf Dhaabbata Oomishaa…
Oduu biyya keessaa Bara dhufu hojimaata ‘e-ticketing’ eegaluuf qophiin xumuramuun eerame Debela Tadesse Aug 22, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2015 (FBC)- Bara 2016 tajaajila tikeetaa ammayyaa’aa (‘e-ticketing’) eegaluuf qophiin xumuramuu Ministeerri Geejjibaa fi Loojistiksii beeksise. Ministir Deetan…
Ispoortii Dorgommiiwwan xumuraa Ityoophiyaan irratti hirmaattu 2 har’a ni gaggeeffame Debela Tadesse Aug 22, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2015 (FBC)-Dorgommii Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa har’aatiin dorgommiiwwan lama kan Ityoophiyaan irratti hirmaattu har’a galgalaa ni gaggeeffamu. Dorgommii…
Oduu biyya keessaa Koomishinar Laliseen qondaaltota Dhaabbata “Raymond Lifestyle” waliin mari’atan Debela Tadesse Aug 21, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 15, 2015 (FBC)- Koomiishinarri Koomishinii Invastimantii Ityoophiyaa Lalisee Namee fi Ittaanaa Koomishinara Daani’eel Tarreessaan Dhaabbataa Itti Gaafatamaa Faayinaansii…
Idil Addunyaa Afrikaan hirkattummaa boba’aa keessaa ba’uuf abdii qabdii jedhame Debela Tadesse Aug 21, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 15, 2015 (FBC)-Afrikaan hirkattummaa boba’aa keessaa ba’uuf abdii qabaachuu ogeeyyiin eegumsa naannawaa ibsan. Yeroo ammaa ardichatti boba’aa %52 anniisaa haareffamaa…