Yaa’iin Ministiroota Eegumsa Naannawaa Afrikaa 19ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Hagayya 8, 2015 (FBC)- Yaa’iin Ministiroota Eegumsa Naannawaa Afrikaa 19ffaan Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Yaa’iichi mata duree “Rakkoowwan naannawaa Afrikaa furuuf…