Oduu biyya keessaa Manni Maree Finfinnee muudamoota garaagaraa raggaasise Debela Tadesse Nov 25, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2016 (FBC)- Manni Maree Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee muudamootaa garaagaraa dhiyaate sagalee guutuun raggaasise. Haaluma kanaan: Obbo Jaanxiraar…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa labsii qaamolee raawwachistuu irra deebiin hundeessuuf dhiyaate raggaasise Debela Tadesse Nov 25, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2016 (FBC)- Manni Maree Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee labsii qaamolee raawwachistuu irra deebiin hundeessuuf dhiyaate sagalee guutuun raggaasise. Haaluma kanaan…
Ispoortii Fedeeshinichi yaa’ii waliigalaa 27ffaa Magalaa Maqaleetti gaggeessuu eegale Debela Tadesse Nov 25, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2016 (FBC)- Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa Yaa’ii waliigalaa 27ffaa Magalaa Maqaleetti gaggeessuu eegaleera. Yaa’icharratti Pireezidaantii Bulchiinsa…
Oduu biyya keessaa Sidaamaatti hojiin pirojektiin bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona 336 oliin ijaarsisuu… Debela Tadesse Nov 25, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2016 (FBC)- Naannoo Sidaamaa aanaalee saddeetitti hojiin pirojektoota bishaan dhugaatii qulqulluu Birrii miiliyoona 336 oliin ijaarsuuf eegalchiifame.…
Oduu biyya keessaa Haalli qilleensaa amma mul’atu balaa ibiddaa uumuu waan danda’uuf eeggannoon akka taasifamu… Debela Tadesse Nov 25, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2016 (FBC)- Haalli qilleensaa amma mul’atu balaan ibiddaa akka uumamuu fi babal’atuuf gumaachuu waan danda’uuf, hawaasni eeggannoo barbaachisaa akka taasisu…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalichaa qala’iinsa jireenyaa hambisuuf xiyyeeffannaan hojjechaa jira-Aadde Adaanech Debela Tadesse Nov 25, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2016 (FBC)- Bulchiinsa Magaalichaatti qaaa’iinsa jireenyaa mul’atu hambisuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jiraachuu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen…
Oduu biyya keessaa Lammiileen 88 Beeruut irraa gara biyyaatti deebi’an Debela Tadesse Nov 25, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2016 (FBC)- Beeruutitti deeggarsa Wajjira Qonsilaa Jeneraalaa Itiyoophiyaan gara biyyaatti akka deebi’aniif haala mijateen lammiileen 88 har’a gara biyyaatti deebi’uun…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin muuxannoo waljijjiirraa Mana Maree Daldalaa Oromiyaa gaggeefamaa jira Debela Tadesse Nov 25, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2016 (FBC)- Waltajjiin muuxannoo waljijjiirraa Manneen Maree Daldalaa fi Waldaalee Seektaraa Oromiyaa, Magaalaa Bishooftuutti gaggeeffamaa jira. Pireezidaantiin…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Buna toonii miiliyoona 1 ol argachuuf hojjetamaa jiraachuun ibsame Debela Tadesse Nov 25, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2016 (FBC)- Bara kana akka Naannoo Oromiyaatti oomisha bunaa toonii miliyoona 1 fi kuma 150 argachuuf hojjetamaa jiraachuun ibsame. Jilli Hoogganaa Ittaanaa Biiroo…
Oduu biyya keessaa Laga Hasaasaa Birrii miiliyoona 100’n misoomsuuf hojjetamaa jiraachuun ibsame Debela Tadesse Nov 25, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2016 (FBC)-Pirojektii misooma qarqara Laga Hasaasaa Birrii miiliyoona 100’n misoomsuuf hojjetamaa jiraachuun eerame. Bulchaan Aanaa Gadab Hasaasaa Obbo Taarikuu…