Oduu biyya keessaa Pirojektoonni dandeettii damee ijaarsaa cimsaan eebbifaman Debela Tadesse Nov 11, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 1, 2016 (FBC)- Koorporeeshiniin Hojiilee Ijaarsaa Itiyoophiyaa Pirojektoota damee ijaarsaa cimsan eebbisiiseera. Sirna eebbichaarratti Afyaa’iin Mana Maree Bakka…
Oduu biyya keessaa Yakkoota tajaajila wal’ansaan walqabatee raawwatu ittisuuf deeggarsi gaafatame Debela Tadesse Nov 11, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 1, 2016 (FBC)- Yakkoota tajaajila wal’ansaan walqabatanii raawwataman ittisuuf hojmaannii fi dambiiwwan akka hojiirra oolfamaniif deeggarsi qaaamolee dhimmichi ilaalatuu…
Oduu biyya keessaa Midhaanota biyyee dhangagga’aa dandamatu qonnaan bultootaaf dhiyeessuuf hojjetamaa jira-QQH Debela Tadesse Nov 11, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 1, 2016 (FBC)- Midhaanota biyyee dhangagga’aa dandamatu qonnaan bultootaaf dhiyeessuuf hojjechaa jiraachuu Giddugalli Qorannoo Qonnaa Holataa beeksise. Giddugalichi…
Idil Addunyaa Qoqqobbiiwwan Biyyoota Lixaa Raashiyaan dandeetti ishee akka guddistuuf carraa uumeera-Dimiitirii… Debela Tadesse Nov 11, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 1, 2016 (FBC)- Qoqqobbiiwwan Biyyoonni Lixaa kaa’aan Raashiyaan dandeettii ishee sirnaan akka fayyadamtu taasiseera jedhan Dubbii Himaan Kireemliin Dimiitirii Peeskoov.…
Oduu biyya keessaa Obbo Fiqaaduu Tasammaan hojiilee misoomaa Jimmaatti hojjetamaa jiran daawwatan Debela Tadesse Nov 11, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 1, 2016 (FBC)- Hogganaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaa hojiilee misoomaa garaagaraa Magaalaa Jimmaatti hojjetamaa jiran…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech adeemsa ijaarsa Istaadiyamii Idil Addunyaa Aqaaqii daawwatan Debela Tadesse Nov 11, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 1, 2016 (FBC)-Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen adeemsa ijaarsa Istaadiyamii Idil Addunyaa Aqaaqii dabalatee pirojektootaa biroo…
Oduu biyya keessaa Saa’ud Arabiyaan biyyoota dhiyeessii Misooma Faayinaansiin Itiyoophiyaa deeggaran keessaa tokko-Obbo… Debela Tadesse Nov 11, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 1, 2016 (FBC) –Saa’ud Arabiyaan biyyoota dhiyeessii misooma faayinaansiin Itiyoophiyaa deeggaran keessaa tokko ta’uu Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen…
Oduu biyya keessaa Rakkoolee Itiyoophiyaa hubannoo namtolcheen furuuf beekumsa horachuun abdii qabeessa-Dooktar Abiy Debela Tadesse Nov 11, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 1, 2016 (FBC) – Ijoolleen keenya rakkoolee Itiyoophiyaa hubannoo namtolcheen tumsamuun furuuf beekumsa murteessaa horachuun abdii qabeessa jedhan Ministirri Muumme FDRI…
Oduu biyya keessaa Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad barattoota Hubannoo Namtolchee leenji’aa turan eebbisiisan Debela Tadesse Nov 11, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 1, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad sagantaa Gannaan barattoota sadarkaa 2ffaa Hubannoo Namtolchee leenji’aa turan eebbisiisaniiru. Barattoonni…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni invastimantii akka sochoostuu guddina diinagdeetti fayyadamuu qabu-Baankii Misooma… Debela Tadesse Nov 11, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 1, 2016 (FBC) – Hoggantoonni invastimantii babal’isuun akka sochoostuu guddina diinagdee Ardittiitti fayyadamuu akka qaban Baankii Misooma Afrikaa ibse. Kantiibaan…