Teeknooloojii duumessa misoomsuun bu’aan milkaa’aan galmaa’uun ibsame
Finfinnee, Hagayya 24, 2015 (FBC)-Diroonii fayyadamuun, jenereetara lafa fi to’annoo fageenyaa fayyadamuun yaaliin teeknooloojii duumessa roobsisuu taasisfame bu’aa qabeessa ta’uun ibsame.…