Idil Addunyaa Imraan Kahaan hidhaan waggaa sadii itti murtaa’e Debela Tadesse Aug 5, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa Duraanii Paakistaan Imraan Kahaan yakkaa malaammaltummaa raawwatan jedhamuun walqabatee hidhaan waggaa sadii itti murtaa’eera.…
Oduu biyya keessaa Naannichatti qonnaa Gannaan lafa hektaara kuma 45 irratti ruuzii misoomsuuf karoorafmeera Debela Tadesse Aug 5, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2015 (FBC)-Naannoo Ummatoota Kibba Lixa Ityoophiyaatti qonnaa Gannaan lafa hektaara kuma45’rratti ruuzii oomishuuf karoorfamuu, Biiroon Qonnaa naannichaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Hanga ammaatti lafa hektaara kuma 470 irratti ‘Atoo-Boonsituu’n facaafameera-Pir.… Debela Tadesse Aug 5, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2015 (FBC)- Bara omishaa 2015/16 Inisheetiivii Misooma 'Atoo-Boonsituu' tiin hanga ammaatti lafa hektaara kuma 470 irra sanyichi facaafamuu Pireezidaantiin Naannoo…
Oduu biyya keessaa Jilli Koomishinar Laliseen durfamu daawwannaa muuxanno waljijjiirraa Keeniyaatti taasise Debela Tadesse Aug 5, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2015 (FBC)- Jilli Koomiishinara Koomiishinii Tuuriizimii Oromiyaa Lalisee Dhugaan durfamu Keeniyaatti daawwannaa muuxannoo waljijjiirraa gaggeesseera. Jilichi…
Oduu biyya keessaa FBC’n dirqama tajaajila lammuummaa bahachuuf hojjechaa jiraachuun ibsame Debela Tadesse Aug 5, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2015 (FBC)- Faanaa Biroodkaastingi Koorporeet sagalee riqichaa yaadaa fi odeeffannoo ta’uun hojiilee hojjetu cinaatti dirqama tajaajila lammuummaa bahachuuf…
Oduu biyya keessaa Naannoon Hararii baajata 2016 Birrii biiliyoona 4.2 ol raggaasise Debela Tadesse Aug 5, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2015 (FBC)- Manni Marii Naannoo Hararii baajata naannichaa bara baajataa 2016 Birrii biiliyoona 4 fi miiliyoona 258 ol raggaasise. Manni marichaa Yaa'ii idilee…
Oduu biyya keessaa Kilaastarri Koolleejjii Poolii Teeknikaa Shaashamannee barattoota kuma 3 ol eebbisiise Debela Tadesse Aug 5, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2015 (FBC)- Kilaastariin Koolleejjii Poolii Teeknikaa Shaashamannee barattoota kuma 3 fi 33 leenjii ogummaa fi teeknikaan barsiisaa ture eebbisiiseera.…
Oduu biyya keessaa Kilaastarri Poolii Teeknikaa Atileet Qananiisaa Baqqalaa barattoota kuma 2 fi 831 eebbisiise Debela Tadesse Aug 5, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2015 (FBC)- Kilaasterri Poolii Teeknikaa Atileet Qananiisaa Baqqalaa barattoota ogummaa garaagaraatiin gulantaa 2 hanga Digirii jalaqabaatti barsisaa ture kuma 2 fi…
Oduu biyya keessaa Raawwiin karoora misoomaa bara 2015 Magaalaa Finfinnee gamaaggamaa jira Debela Tadesse Aug 5, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2015 (FBC)- Gamaaggamni raawwii karoora misoomaa bara 2015 Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adaamaatti gaggeeffamaa jira. Waltajjichaan karoora misoomaa bara…
Oduu biyya keessaa Naannoo Amaarratti boora’uu nageenyaa mudate furuuf mootummaan kutannoon hojjeta-TKM Debela Tadesse Aug 5, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2015 (FBC)-Naannoo Amaaraatti boora’uu nageenyaa mudatee furuuf mootummaan kutannoon kan hojjetu ta’uu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksise. Ajajni…