Dooktar Liyaa Taaddasaan jila Biiroo Fayyaa Chaayinaa waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2015 (FBC)- Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan miseensota jila Biiroo Fayyaa Chaayinaa Bulchiinsa Hanaan irraa dhufan waliin mari’ataniiru.…