Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Magaalaa Naqamtee galan Ayana Dheressa Apr 19, 2023 0 Finfinnee, Eebla 11, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Magaalaa Naqamtee galaniiru. Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad wayita magaalaa Naqamtee galan Abbootiin Gadaa,…
Idil Addunyaa Sudaan waliigaltee dhukaasa dhaabuurraa geessullee lolli itti fufeera Debela Tadesse Apr 19, 2023 0 Finfinnee, Eebla 11, 2015 (FBC)- Sudaan waliigaltee dhukaasa dhaabuurra geessullee lolli itti fufuun gabaafame. Hawaasni Idil Addunyaa gidduu seenuun jaarsummaa erga taa’ee waliigalteen…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti piroojektoonni Birrii miiliyoona 342 oliin ijaaraman eebbifaman Ayana Dheressa Apr 19, 2023 0 Finfinnee, Eebla 11, 2015(FBC)- Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Araadaatti Piroojektoonni namarratti xiyyeeffatan garaagaraa Birrii miiliyoona 342 oliin ijaaraman eebbifamaniiru.…
Oduu biyya keessaa Badhaadhinni waadaa gale gochaan mirkaneessuuf qormaatilee gara carraatti jijjiiruun mallattoo isaa… Ayana Dheressa Apr 19, 2023 0 Finfinnee, Eebla 11, 2015 (FBC) – Badhaadhinni waadaa gale gochaan mirkaneessuuf qormaatilee gara carraatti jijjiiruun mallattoo isaa ta'uu mirkaneessaa jiraachuu Itti Aanaa Pireezidaantiin…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad ergaa baga geessanii ayyaana bara haaraa Ummata Sidaamaa Fichee Cambalaala dabarsan Ayana Dheressa Apr 19, 2023 0 Finfinnee, Eebla 11, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ayyaana jijjiirraa bara haaraa uummata Sidaamaa Fichee Cambalaalaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee…
Oduu biyya keessaa Qaala’iinsa gatii hammeessuuf oomishni ashaboo kara seeraan alaa kuufame to’atamuu poolisiin… Ayana Dheressa Apr 18, 2023 0 Finfinnee, Eebla 10 ,2015 9FBC)- Qaala’iinsa gatii hammeessuuf oomishni ashaboo hedduun kara seeraan alaa kuufame to’atamuu gareen qorannoo poolisii beeksise. Shakkamaan obbo Taaddalaa…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Fichee Cambalaalaa rakkoo tokko malee akka kabajamuuf qophii gahaan taasifamuu ibsame Ayana Dheressa Apr 18, 2023 0 Finfinnee, Eebla 10 ,2015 9FBC)- Ayyaanni Fichee Cambalaalaa rakkoo tokko malee akka kabajamuuf qophii gahaan taasifamuu Komishiniin Poolisii naannoo Sidaamaa ibse. Komishinarri…
Oduu biyya keessaa Injinar Ayishaa Mahaammad Dhaabbata Nyaataafi Qonna Addunyaatti Itti waamamtuu Ityoophiyaa waliin… Ayana Dheressa Apr 18, 2023 0 Finfinnee, Eebla 10 ,2015 9FBC)- Ministirri Ministeera Jallisiifi Naannawaa Gammoojjii Injinar Ayishaa Mahaammad Dhaabbata Nyaataafi Qonna Addunyaatti Itti waamamtuu Ityoophiyaa Faaraay…
Idil Addunyaa Waraanni Sudaaniifi humni addaa biyyattii sa’aatii 24’f dhukaasa dhaabuu labsan Ayana Dheressa Apr 18, 2023 0 Finfinnee, Eebla 10 ,2015 9FBC)- Waraanni Sudaaniifi humni addaa‘Rapid Support Forces’ biyyattii sa’aatii 24 keessatti hojiirra kan oolu waliigaltee dhukaasa dhaabuu labsuun gabaafame.…
Oduu biyya keessaa Hangaariin hariiroo Ityoophiyaa waliin qabdu fooyyessuuf kan hojjettu ta’uu mirkaneessite Ayana Dheressa Apr 18, 2023 0 Finfinnee, Eebla 10 ,2015 9FBC)- Hangaariin hariiroo daldalaa Ityoophiyaa waliin qabdu fooyyessuuf kan hojjettu ta’uu ibsite. Ministirri Ministeera Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa…