Oromiyaatti Buna toonii miiliyoona 1 ol argachuuf hojjetamaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Sadaasa 15, 2016 (FBC)- Bara kana akka Naannoo Oromiyaatti oomisha bunaa toonii miliyoona 1 fi kuma 150 argachuuf hojjetamaa jiraachuun ibsame.
Jilli Hoogganaa Ittaanaa Biiroo…