Ispoortii Atileet Xurunash Dibaabaa har’a gara dorgommiitti deebiti Ayana Dheressa Jan 15, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 7, 2015 (FBC) – Atileet Xurunash Dibaabaa waggoota afur booda har'a Ameerikaatti kan gaggeeffamu fiigicha walakkaa maaraatooniin gara dorgommiitti deebiti. Har'a…
Ispoortii Maaraatoonii Mombaayi Atileetonni Ityoophiyaa injifatan Ayana Dheressa Jan 15, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 7, 2015 (FBC) –Har'a ganama fiigicha maaraatoonii Hindii Mombaayitti gaggeeffameen Kooriyaa lamaaniin Atileetonni Ityoophiyaa injifataniiru. Dorgommii dubartootaan…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddaroonni pirojektii Gorgoraa daawwatan Ayana Dheressa Jan 15, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 7, 2015 (FBC)–Biyyoota garaagaraatti Ityoophiyaa kan bakka bu'aan Ambaasaaddaroonni qaama pirojektii 'Maaddii Biyyaaf' kan ta'e pirojektii Gorgoraa daawwataniiru.…
Oduu biyya keessaa Finfinnee fi naannawaasheetti hokkara uumuuf kanneen socho’aa turan to’ataman Debela Tadesse Jan 14, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinnee fi naannawaa isheetti hokkaraa fi jeequmsa uumuuf kan turan humnoonni farra nageenyaa to'amnoo jala oolfamuu Humni Waloon Tikaa fi…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Pirojektoota guyyoota 90 Kutaa magaala Lammii Kuraa Daawwatan Debela Tadesse Jan 14, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2015 (FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee Kutaa Magaalaa Lammii Kuraatti pirojektoota guyyoota 90 hojjetamaa jiran daawwataniiru.…
Oduu biyya keessaa Yaalamwarqi Jambaruu badhaasa Birrii Miiliyoona 1 ‘Faanaa Laamroot’ injifatte Debela Tadesse Jan 14, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2015 (FBC)- Dorgommii xumuraa mo’aa mo’attootaa ‘Faanaa Laamroot’ marsaa 3ffaan Yaalam Jambaruu badhaasa Birrii Miiliyoona 1 ‘Faanaa Laamroot’ injifatte. Dorgommiin…
Ispoortii FIFA’n gareen Arjantiinaa naamusa tapha xumuraa Waancaa Addunyaarratti argisiise qorachuufi Debela Tadesse Jan 14, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2015 (FBC)- Baatii darbee Kuwaataaritti kan gaggeeffame tapha kubbaa miilaa Waancaa Addunyaarratti Garee Kubbaa Miilaa Farnsaayiin rukuttaa adda bahiinsaan kan injifate…
Ispoortii Ityoophiyaa fi Moozaambiik goolii malee qixa ba’an Debela Tadesse Jan 14, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2015 (FBC)- Dorgommii Shaampiyoonaa Kubbaa Miilaa Biyyoota Afriikaa (CHAN) 7ffaa ramaddii jalqabaan Ityoophiyaan Moozaambiik waliin morkachuun goolii malee qixa…
Oduu biyya keessaa ‘Faanaa Laamroot’ dhiibbaa uumaa akka itti fufuuf jijjiiramni bu’uuraa taasifamaa jira-Obbo Admaasuu… Debela Tadesse Jan 14, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2015 (FBC)- Sagantaan damee baashannaanaa televiizhinii Faanaa ‘Faanaa Laamroot’ fudhatamummaa fi dhiibbaa uumaa ta’ee akka itti fufu jijjiirama bu’uuraan dhiyaachuuf…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Mokonniin bakka bu’oota buqqaatota Dabra Birhaanitti argaman waliin mari’atan Debela Tadesse Jan 14, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 6, 2015 (FBC)- Ittaanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin, bakka bu’oota buqqaatota naannawaa garaagaraarraa buqqa’uun Dabra Birhaanitti…