Oduu biyya keessaa Sirni Badhaasaa Irreechaa 2ffaan Sadaasa 15 gaggeeffama Debela Tadesse Nov 22, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2016 (FBC)- Sirni Badhaasaa Irreechaa 2ffaan Sadaasa 15, 2016 akka gaggeeffamu Koreen sagantichaa beeksise. Sagantaan Badhaasaa irreechaa kunis namoota guddina…
Biiznasii Baatiiwwan sadan darbanitti mallaqaa alaa ergameera galiin Doolara biiliyoona 1 ol argame Debela Tadesse Nov 22, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2016 (FBC)- Kurmaana jalqabaa 2016 mallaqaa alaa gara Itiyoophiyaatti ergameerra galiin Doolaraa biiliyoona 1.1 argamuun ibsame. Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti…
Oduu biyya keessaa Lammiilee miiliyoona 7.3 deeggarsa qaqqabsiisuuf hojjetamaa jiraachuun ibsame Debela Tadesse Nov 22, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2016 (FBC)- Lammiilee miiliyoona 7.3 deeggarsa qaqqabsiisuuf hojjetamaa jiraachuu Koomiishiniin hoggansa Sodaa Balaa ibse. Koomiishinarri koomishinichaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Neezarlaandi misooma beeyladaa fi hortiikaalchariirratti waloo hojjechuuf waliigalan Debela Tadesse Nov 22, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaa fi Neezarlaandi kuduraa fi muduraa akkasumas misooma beeyladaarratti waloon hojjechuuf waliigaltee mallatteessaniiru. Waliigalteen…
Oduu biyya keessaa Humni Eegumsa Rippabilikaa miseensota Shaneerratti tarkaanfii fudhate Debela Tadesse Nov 22, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2016 (FBC)- Humni Eegumsa Rippabilikaa miseensota garee shororkeessaa Shaneerratti tarkaanfii fudhachuu beeksise. Naannawaa Shawaa Kibba Lixaa, Sabbataa, Hawaasii…
Biiznasii Kurmaana jalqabaatti meeshaaleen galii fi ba’ii meetirik toonii miiliyoona 4 geejjibsiifameera Debela Tadesse Nov 22, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2016 (FBC)- Kurmaana jalqabaa bara baajataa 2016’tti meeshalee daldalaa alaa fi galii meetirik toonii miiliyoona 4 geejjibsiifamuu Ministeerrii Geejjibaa fi…
Oduu biyya keessaa Tajaajila mana qopheessaa gara dijitaalaatti ceesisuuf hojjetamaa jira Debela Tadesse Nov 22, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2016 (FBC)- Tajaajilaa mana qopheessa magaalotaa gara dijitaalaatti ceessisuuf hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa Aadde…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Ittaanaa Kuubaa waliin mari’atan Debela Tadesse Nov 22, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Ittaanaa Kuubaa Salvaadoor Vaaldeez waliin mari’ataniiru. Marii isaaniin biyyoonni lameen…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech fi Dooktar Saamu’eel Kifleen Warshaa Buddeennaa Lamii daawwatan Debela Tadesse Nov 22, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2016 (FBC)-Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee fi Pireezidaantii Eeggataan Yuunivarsiitii Finfinnee Dooktar Saamu’eel Kifleen walitti hidhamiinsaa…
Idil Addunyaa Kooriyaan Kaabaa Saatilaayitii basaasaa gara Hawaatti furguggisuu ibsite Debela Tadesse Nov 22, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2016 (FBC)- Kooriyaan Kaabaa Saatilaayitii basaasaa milkaa’inaan gara Hawaatti furguggisuun gabaafame. Barana yaaliin yeroo 2ffaaf taasiste kan jalaa fashalaa’ee…